Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Qunaamtii keessaa fi alaa Adeemsaa hojii ijoo Idileessaa Dhimmaa Korniyaa



Yüklə 1 Mb.
səhifə34/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   30   31   32   33   34   35   36   37   ...   48
3.2.4. Qunaamtii keessaa fi alaa Adeemsaa hojii ijoo Idileessaa Dhimmaa Korniyaa

3.2.4.1 Qunaamtii keessaa

T/L

Qunaamtii Keessaa

Adeemsaa hojiichaa irraa wantootaa egamuu

1

Hoggantootaa Biiroo

Murtee Hatattamaa kennuu, kallattii karoorrii galma ittiin gahamu kaa’u

2

Adeemsaalee hojii Ijoo Lama

Qindominaan waliin hojachuu

3

Adeemsaalee deegarsaa shani

Hojiilee hojatamaaniif deggarsa humna namaa, faayinaansii fi Logistikii argachuu




Garee sadii

Team sprit, tajaajila gorsaa irraa argachuu



3.2.4.2 Qunaamtii Alaa

Lakk

Qunaamtii Alaa

Qunaamtii alaa irraa wantootaa barbadamu

1

Seektaroota Mootummaa,

  • Qindominaan Hojjachuu irratti

  • Bajaata Ramaaduuf akkasuumaas Qamoolee Fandii kennan qindeesuu (-FKf BMMD irratti.

2

Dhabbiilee Miti-Mootummaa

  • Piroojekktiin qopheessataan akka gamaagamaamuuf.

  • Hordoffi fi To’aannoo

  • Karoora waliin qopheesuufi mirkaneesuu

  • Faandii hojiileen adda addaa ittin gaggeesuuf ittiin akkasuumas meeshaalee adda addaa keennuudhaan,

3

Ministeera Dhimma Dubartoota Federaalaa

  • Qajeelfama sadarkaa biyooleesaatti bahuu walli dabarsuu

  • Raawwi Karooraa Waalin madaaluu

  • Deggarsa tekknikaa

  • Muuxxannoo hojii wal jijjiiruu

4

Dhaabbilee Ummataa

  • Qindominaan hojjeechuu

5

Bulchiinsa Sadarkaa adda addaa.

  • Qindoominaan hojjachuu

6

Waldaalee Hawaasaa

  • Qindoominaan Hojjachuu

      1. Adeemsa Hojii Ijoo Iidileessa dhimmaa korniyaa jalatti hojjiwwan Raawwatamaan

3.7.1.1. Gaaree Qindeessaa idileessaa hojii dubartootaa


Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   30   31   32   33   34   35   36   37   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin