Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Maandeetii dhimma koorniyaa irratti seektarootaf kennamefi gahee Biiroo dhimma dubartootaa sakata’uu



Yüklə 1 Mb.
səhifə36/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   32   33   34   35   36   37   38   39   ...   48
Maandeetii dhimma koorniyaa irratti seektarootaf kennamefi gahee Biiroo dhimma dubartootaa sakata’uu

    1. Wixinee labsii maandeetii dhimma korniyaa seektarootaa qopheessuu

    1. Wixinee gahee biirichi seektaroota irratti dabalataan qabaachuu qabu qopheessuu

    1. Qaama mirkaneesuuf dhiyeessuun mirkaneesiisuu

    1. Seektaroota keessatti caasaa dhimma koorniyaa akka diriiru gochuu

      1. Caasaa koorniyaa seektaroota mootummaa qopheessuu, mirkaneessisuu

      1. Caasaa mirkanaa’ee seektaroota beeksisuu

      1. Hojjiirra oolmaa caasichaa hordofuu

Imaammata dhimma dubartoota

Paakejii misooma fi jijjirama dubartoota



2.Hojiimaata idileessaa hojii dubartootaa qopheessaa,( Danbii, qajeelfama, Manuwaalii, ulaagaa fi Istaandaardii, chaartarii waliigaltee foramii qodafudhattootaa)

Hojii dubartootaa seekataroota keesatti idileeffamee

Hubannoon paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartoota akka kennamuuf barbaadu Dokumantii hojiimaata idiileessa hojii dubartootaa argachuu


2.1. wixinee idiileessa hojii dubartotaa qopheessuu

2.2. wixiinee qophaa’ee irratti seektaroora waliin marii gaggeessuun gabbisuu

2.3. wixinee gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu

2.4. Wixinee mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu

2.5. Hojimaata qophaa’ee maxxansiisuu

2.6. Hojiimaata maxxanfame qaama dhimmi ilaaluufi seektaroota hundaaf raabsuu

2.7. Hojiirra oolmaaa hojiimaata idilessa hojii dubartootaa hdordofuu

    1. Maanuwaalii paakeejiii misoomaa fi jijjiirama dubartootaa /paakeejii misooma jijjiramaa fi dubartootaa nannoo horsiise bulaa seektaroota hundaaf irratti huubannoo kennuu










    1. Karoora seektarootaa keessattii waa’een hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii hammatamuu isaa mirkaneeffachuu







Imaammatoottaa Seeroota, Danbii fi qajjeelfamoota akka biyyaatti jiran

  1. Dhimmoota seektroota hundaa(cross cutting issues) mana hojii keessatti idileessuu

  • Dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keenya keessatti idilaa’an

  • Karoora qindaa’aa qophaa’ee

  • Qindoomina Seektaroota waliin jiru cime

Dhimmoonni seektaroota hundaa mana hojii kya keessatti akka idilaa’uu barbaadu

3.1.Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu seektaroota dhimmi ilaalu irraa fudhachuu

3.2. . Nama dhimmoota seektaroota hundaa akka mnama hojiitti raawwatu ramaduu

3.3. Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu seektaroota irrattu hubannoo kennuu

3.4. karooraa qindaa’aa dhimmoota seektaroota hundaa seektaroota dhimmi ilaalu waliin qopheessuu

3.5. Dhimmi seektaroota hundaa karoora mana hojii keessatti akka hamatamu taasisuu

3.6. karoora dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keessatti hojiira oolchuu, hordofuu

Immaamattoo,Paakeejota,Sagantaalee fi projeektoota dubartootaa fayyaduuf qiyyeefaman, Hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa

4.Ragaaleen hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa saalaan adda bahan (Gender disaggregated data) akka mana hojii fi seektarootattii qindeessuu

  • Garaagarummaa koorniyaa adda bahee bekkame

  • Dokimeentii ragaa qophaa’ee

  • Sadarkaa hirmaannaa fi fayyadammuum dubartootaa beekkame




Foormaatii fi tooftaalee ragaaleen saalaan adda bahee(Gender disaggregated data) ittiin sasaabamuu fiqindaa’uu argachuu barbaadu

4.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu

4.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu

4.3. foormaatiin ragaa yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu

4.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu

4.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu, weebsaayitiin dabarsuu

  • Heera mootummaa naannoo Oromiyaa

  • Imam Dhimma dubartoota Oromiyaa

  • Paakeejii Misoomaa fi jijjiirama Dubartootat,

  • Qajeelfama Dhaabbilee miti mootummaa (NGO’s Guidelin)

  • Mandeettii Biiroo

  • Fedhii/rakkoo Dubartootaa




5.Hojiilee dubartootaa fayyadan irratti Dhiimmamtoota waliin walta’iinsaa fi qindoomina uumuu

  • Dubartoota fayyadamtoota ta’an

  • Walitti dhufeenya hojii uumame

  • Rakkoolee dubartotaa fi daa’immanii walittidhufeenyaan hiikkatan






Fooramii tokko jalatti qindaa’anii bu’aa fi faayidaa dubartootaatiif waliin hojjechuu barbaadu

5.1. Rakoolee (ilaacha,dandeettii,dhiyyeessi) idileessa hojii dubartootaa qoodafudhatootaa adda baasuu

5.2. Rakkoolee adda bahan irrttii dokiimeentii marii qopheessuu

5.3. Dokiimeentii qophaa’ee irrtti galteewwan dabalataa sasaabuun gabbisuu, mirkaneessisuu

5.4. Dokiimeentii mariif qophaa’ee irrtti qooda fudhattoota waliin marii gaggeessuu

5.5. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qopheessuu

5.6. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qooda fudhattoota waliin irrtti mari’achuun mirkaneessuu

5.7. Forammii neetwoorki qodafudhattootaa ijaaruu

5.8. Walatajjiiii marii idiilee akka jiraatu taasisuu(guyyaa,iddoo) murteessuu

  • Heera mootummaa naannoo Oromiyaa

  • Imam Dhimma dubartoota Oromiyaa

  • Paakeejii Misoomaa fi jijjiirama Dubartootat,

  • Qajeelfama Dhaabbilee miti mootummaa (NGO’s Guidelin)

  • Mandeettii biiroo




6. Hordoffii fi gamaagaama gaggeesuun dhimma idileessa hojii dubartootaa seektarootni deeggersa taasisuu

  • Hordoffii taasifame

  • Fooyya’iinsa raawwii hojii idiilesa hojii dubartootaa fi daa’imanii seektarootaa dabale

  • Seektaroota raawwiin adda bahanii beekkaman




Deeggarsa fi hordoffi wal itti fufiinsa qabuu argachuu barbaaduu

6.1. seektarootaaf deeggersa oggummaa kennuu

6.2. Deeggersa oggummaa kennamen dhimmoota hubatamanii adda baasuun marii irratti gaggeessuu

6.3. Gabasaa raawwii seektarootaa xiinxaaluu

6.4. Hordoffii gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa seektaroonni qaban addaan baasuu

6.5. Gamaagama seektarootaa gaggeessuuf ulaagaalee/qabxii xiiyyeeffannoo qopheessuun mirkaneessuu

6.6. Gamaggama raawwii karoora seektarootaa gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa seektaroonni qaban addaan baasuu

6.7. Seektaroota raawwii gaarii qaban addaan baasuun jajjabeessuu

6.8. Seektaroota rakkoo qaban addaan baaasuun kalattii sirreffamaa kennuu fi takaanfii fudhachhuu

6.9. Gabaasa hordoffii qaama dhimmi ilaaluuf dabarsuu

  • Imaammata Dhimma dubartoota Oromiyaa

  • Paakeejii Misoomaa fi jijjiirama Dubartootat,

  • Mandeettii biiroo

  • Hanqina dandeettii raawwachiisummah oggantootaa fi raawwattoootaa




7. Idileessa hojii dubartootaa irratti humni raawwachiisummaa Hoggantootaa fi raawwattoota seektaroota mootummaa cimsuu

  • Jiijiirama Ilaalcha Hoggantootaa dhimma idiileessa hojii dubartootaa irrtti dhufe

  • Dandeettii raawwachiisummaa raaawwatootaa cime

  • Raawwii hoggantootaa fi raawwattoota dabale

Humni raawwachiiftummaa isaani cimuuf barbaadu

7.1. Qaawwaa dandeetii raawwttootni dhimma idileessa hojii dubartootaa ( Gender Focal persons) qaban adda baasuun tarreessuu

7.2. Rakkoo ijoo dandeetii raawwachiisummaa addaan baasuun qindeessuu

7.3. yaada furmaataa rakoon ijoo dandeettii raawwachiisummaa ittiin hikkatu qaama olaanaaf dhiyeessuun murtiin akka itti kennamu taasisuu

7.4. murtee kennamu irrtti hundaa’uudhaan qaama dhimmi ilaalatu waliin haala leenjiin itti kennamu mijeessuu

7.5. Adeemsa hojii ijoo Sochii finiisaa fi Hirmaannaa uummataa waliin ta’uun leenjii kennuu



Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   32   33   34   35   36   37   38   39   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin