Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Maandeetii idileessaa hojii dubartootaa irratti seektarootaf kenname fi gahee biiroo dhimma dubartootaa sakata’uu



Yüklə 1 Mb.
səhifə41/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   ...   48
Maandeetii idileessaa hojii dubartootaa irratti seektarootaf kenname fi gahee biiroo dhimma dubartootaa sakata’uu

    1. Wixinee labsii maandeetii dhimma korniyaa seektarootaa qopheessuu

Digrii

jalqaba


MA

Doctoretii


Disipiilinii

Sayyainsii

Hawaasaa,

Gender study

Dandeettii

Kompiitara




9
7
5

Raawwatta idileessaa Korniyaa

Damee Bulichiinsaa



PS 7

1



    1. Wixinee gahee biirichi seektaroota irratti dabalataan qabaachuu qabu qopheessuu

    1. Qaama mirkaneesuuf dhiyeessuun mirkaneesiisuu

    1. Seektaroota keessatti caasaa idileessaa hojii dubartootaa akka diriiru gochuu

      1. Caasaa koorniyaa seektaroota mootummaa qopheessuu, mirkaneessisuu













      1. Caasaa mirkanaa’ee seektaroota beeksisuu













      1. Hojjiirra oolmaa caasichaa hordofuu













  1. Hojiimaata idileessaa hojii dubartootaa qopheessaa,( Danbii, qajeelfama, Manuwaalii, ulaagaa fi Istaandaardii, chaartarii waliigaltee foramii qodafudhattootaa)













2.1. wixinee idiileessa hojii dubartotaa fi daa’immanii qopheessuu













2.2. wixiinee qophaa’ee irratti seektaroora waliin marii gaggeessuun gabbisuu













2.3. wixinee gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu













2.4. Wixinee mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu













2.5. Hojimaata qophaa’ee maxxansiisuu













2.6. Hojiimaata maxxanfame qaama dhimmi ilaaluufi seektaroota hundaaf raabsuu













2.7. Hojiirra oolmaaa hojiimaata idilessa hojii dubartootaa dordofuu













    1. Maanuwaalii paakeejiii misoomaa fi jijjiirama dubartootaa /paakeejii misooma jijjiramaa fi dubartootaa nannoo horsiise bulaa seektaroota hundaaf irratti huubannoo kennuu













    1. Karoora seektarootaa keessattii

waa’een hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa hammatamuu isaa mirkaneeffachuu















Digrii


  • Jalqabaa Muxxann

Oo hojii
Waggaa 9
MA Waggaa 7
Doktaretii Wagga 5
Disipiilinii

Sayyainsii

Hawaasaa, Gender study


  • Dandeettii

Kompiitara

Raawwatta dhimma seektaroota hundaa




PS -7



1


  1. Dhimmoota seektroota hundaa(cross cutting issues) mana hojii keessatti idileessuu

4.1.Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu seektaroota dhimmi ilaalu irraa fudhachuu

4.2. Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu irrattu hubannoo kennuu

4.4. karooraa qindaa’aa dhimmoota seektaroota hundaa seektaroota dhimmi ilaalu waliin qopheessuu

4.5. Dhimmi seektaroota hundaa karoora mana hojii keessatti akka hamatamu taasisuu

4.6. karoora dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keessatti hojiira oolchuu, hordofuu

5.Ragaaleen hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa fi saalaan adda bahan (Gender disaggregated data) akka mana hojii fi seektarootattii qindeessuu













5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu













5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu













4.3. foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu













4.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu













4.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu, weebsaayitiin dabarsuu













5.Hojiilee dubartootaa fayyadan irratti Dhiimmamtoota waliin walta’iinsaa fi qindoomina uumuu













5.1. Rakoolee (ilaacha,dandeettii,dhiyyeessi) idileessa hojii dubartootaa qoodafudhatootaa adda baasuu













5.2. Rakkoolee adda bahan irrttii dokiimeentii marii qopheessuu













5.3. Dokiimeentii qophaa’ee irrtti galteewwan dabalataa sasaabuun gabbisuu, mirkaneessisuu













5.4. Dokiimeentii mariif qophaa’ee irrtti qooda fudhattoota waliin marii gaggeessuu













5.5. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qopheessuu













5.6. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qooda fudhattoota waliin irrtti mari’achuun mirkaneessuu












5.7. Forammii neetwoorki qodafudhattootaa ijaaruu













5.8. Walatajjiiii marii idiilee akka jiraatu taasisuu(guyyaa,iddoo) murteessuu













6. Hordoffii fi gamaagaama gaggeesuun dhimma idileessa hojii dubartootaa seektarootni deeggersa taasisuu













6.1. seektarootaaf deeggersa oggummaa kennuu













6.2. Deeggersa oggummaa kennamen dhimmoota hubatamanii adda baasuun marii irratti gaggeessuu













6.3. Gabasaa raawwii seektarootaa xiinxaaluu













6.4. Hordoffii gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa seektaroonni qaban addaan baasuu













6.5. Gamaagama seektarootaa gaggeessuuf ulaagaalee/qabxii xiiyyeeffannoo qopheessuun mirkaneessuu













6.6. Gamaggama raawwii karoora seektarootaa gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa seektaroonni qaban addaan baasuu













6.7. Seektaroota raawwii gaarii qaban addaan baasuun jajjabeessuu













6.8. Seektaroota rakkoo qaban addaan baaasuun kalattii sirreffamaa kennuu fi takaanfii fudhachhuu













6.9. Gabaasa hordoffii qaama dhimmi ilaaluuf dabarsuu













7. Idileessa hojii dubartootaa irratti humni raawwachiisummaa Hoggantootaa fi raawwattoota seektaroota mootummaa cimsuu













7.1. Qaawwaa dandeetii raawwttootni dhimma idileessa hojii dubartootaa ( Gender Focal persons) qaban adda baasuun tarreessuu













7.2. Rakkoo ijoo dandeetii raawwachiisummaa addaan baasuun qindeessuu













7.3. yaada furmaataa rakoon ijoo dandeettii raawwachiisummaa ittiin hikkatu qaama olaanaaf dhiyeessuun murtiin akka itti kennamu taasisuu













7.4. murtee kennamu irrtti hundaa’uudhaan qaama dhimmi ilaalatu waliin haala leenjiin itti kennamu mijeessuu













    1. Adeemsa hojii ijoo Sochii finiisaa fi Hirmaannaa uummataa waliin ta’uun leenjii kennuu













Garee Qindeessaa dhimma seeraa

Sad/Bar

Mux.hoj.







  1. Faayidaa fi mirga dubartootaa fi daa’immanii kabajamuu isaa hordofuu

1 Seerota qajeelfamoota fi waligalteewwan dubartotaa, fi daa’imman ilaachisee hojiirra jiran i ni xiinxala /ti

2. Rakkoolee ijoo mirga dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu irratti adda ni baasa/ti

3. Bu’aa xinxala irraa argame fi rakkoolee adda bahan irratti qaamoolee seeraa, dhimmamtootaa fi maamiltoota waliin marii ni gaggeessa/ti,


  1. Yaada furmaataa qaama olaanaaf dhiyeessuun kallatii sirreeffamaa akka itti kennamu ni taasisa/ti

  2. Hojii irra oolmaa sireeffama kennamee ni hordofaa /ti

  3. Qaawwaa raawii seeraa ni sakata’a/ti

7. yaada ka’ummsa marii rakkoolee raawwii seeraa keessatti kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti mulatan ni dhiyeessa/ti

8.yaada ka’uumsa manajimeentii mana hojiitiif ni dhiyeessa/ti

9. Rakkoolee raawwii seeraa keesstti adda bahanii fi yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii qaamolee seeraa , dhimmamtoota fi maamiltoota waliin marii ni gaggeessaa/ti yaaada furmaata ka’aamee qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa/ti

10.Dokmeentii hubannoo seera ittiin kennamuu ni qopheessaa/ti,ni mirkaneesiisisa/ti

11.Dookmeentii qopha’ee irratti madaqina nikenna/ti

12. . Dubartootaa fi daa’imman rakkoo seeraan walqabatee gara mana hojii dhufaniif deeggarsa ogummaa ni kenna/ti        

13. foomaatiiwwaan ragaan ittiin sassabamuu ni qopheessa/ti

14. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina ni keenna/ti ni raabsaa/ti

15.Ragaan akka sekteeroota irra dhiyaatu ni hordofaa/ti

16. Ragaalee sekteeroota irraa dhiyaatan niqindeessaa/ti, ni xiinxala /ti, ni gurmeessaa/ti

17. Ragaalee qindaa’ee qaamoolee dhimmi ilaaluuf ni raabsaa/ti,


Digrii jallqabaa

MA
Doktaretii


Gosa barnootaa Seeraa( LLB)

Wagga 10

Wagga 8
Waggaa 6



Raawwtaa dhimma seeraa

PS 8

1

    1. Seerota ,qajeelfamoota,waligalteewwan dubartotaa fi daa’imman ilaachisee hojiirra jiran iraatii xiinxala taasisuu

    1. Rakkoolee ijoo mirga dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu irratti jiran tarreessuu

    1. Qaamolee marii irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu

    1. Bu’aa xinxala irraa argame fi rakkoolee adda bahan irratti qaamoolee seeraa, dhimmamtootaa fi maamiltoota waliin marii gaggeessuu,

    1. Yaada furmaata dhimmoota mirgaa dubartootaa fi daa’immanii itiin kabajamu irratti waliigalteera gahuu

    1. Yaada furmaataa qaama olaanaaf dhiyeessuun kallatii sirreeffamaa akka itti kennamu taasisuu

    1. Kallattii Sirreeffamaa keennamee qaammolee dhimmii ilaalatuufi caasaa dhimma dubartootaa fi daa’immanii sadarkaan jiru akka beeku taasiisuu













    1. Hojiirraa oolmaa isaa hordofuu













  1. Qaawwaa raawii seeraa sakata’uun mirga dubartootaa fi daa’immanii kabajamuu isaa mirkaneeffachuu













2.1. Raawwii seeraa kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti rakkoolee jiran     adda baasuu













2.2. yaada ka’ummsa marii rakkoolee raawwii seeraa keessatti kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti mulatan dhiyeessuu













2.3. Yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii maaneejimeentii mana hojii waliin marii gaggeessuu













2.4. Qaamolee argannoo qaawwaa raawwii seeraa adda bahee irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu













2.5. Rakkoolee raawwii seeraa keesstti adda abahaii fi yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii qaamolee seeraa , dhimmamtoota fi maamiltoota waliin marii gaggeessuun yaada furmaataa kaa’uu













2.6. Yaada furmaataa kaa’amee qaama dhimmi ilaalatuuf dhiyeessuu













2.7. Kallattii qaamni olaan kaa’eena hojiira oolmaa isaa hordofuu .













3.Hubannoo/Odeeffannoo seeraan walqabatee gadiifageenyaan ittifufiinsaan dubartootaaf kennuu













3.1. Maanuwaalii hubannoo seeraa dubartootaaf itiin kennamu qopheessuu













3.2. Maanuwaalii qophaa’ee tayyabuu,guceessuu, baayyisuu













3.3. Maanuwaallii qophaa’ee mirkaneessisuu













3.4. Barreeffama qophaa’ee irratti caasaa sadarkaan jiruuf madaqisina kennuu fi raabsaauu













3.5. Adeemsa hojii ijoo sochii finiinsa fi hirmaannaa uumataa waliin ta’uun hubannoo kennuu













4.Tajaajiila gorsa seeraa dubartootaa fi daa’immaniif kennuu













4.1. Dubartootaa fi daa’imman rakkoo seeraan walqabatee gara mana hojii dhufan         simachuu













4..2. Yaada /rakkoo dubartootaa fi daa’immanii fudhachuu adda baasuu













4.3. Ragaalee qabdu sasaabuun haala deeggersa ittiin argatan mijeessuu













4.4. Qaama dhimmi ilaalatu waliin mari’achuun haala furmaata itti argatan mijeessuu













4.5. dubartoota fi daa’imman miidaa saalaarrttii bu’uureffatte irra gahee deeggaruu













5. Ragaalee mirgaa dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu waliin walqabate qindeessuu,xiinxaluu (Gender disaggregated data













5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu













5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu













5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu













5.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu













5. 5. Ragaalee qindaa’aan xiinxaaluun keenna murtiif akka tolutti ni kaa’aa













5.6. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu,















Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   37   38   39   40   41   42   43   44   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin