Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Tartiiba Hojiiwwan raawwataman calqabaa hanga dhumaatti (process Activities)



Yüklə 1 Mb.
səhifə43/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   40   41   42   43   44   45   46   47   48
Tartiiba Hojiiwwan raawwataman calqabaa hanga dhumaatti (process Activities)

Hojii Gareen/Hojjetaan raawwatu(Regroup /organize activities by work volume

Dandeettii barbaachisu

Eenyuun akka hojjetamu

Gita Hojii(Job Titile)

Sadarkaa Gita Hojii

Baayyina Raawwattootaa

Garee Qindeessaa Walta’iinsaa fi qindoomina hojii dubartootaa

Sad. fi Gosa Barnoota

Muxannoo

Hojii










  1. Seektaroota mootummaa hojii dubartootaa fi daa’immanii idileessuu irratti qindeessuu, hordofuu, gamaggamuu, tarkaanfii  sirreeffamaa fudhachuu

  1. Maandeetii idileessa hojii dubartootaa irratti seektarootaf kennamefi gahee biiroo dhimma dubartootaa ni sakata’a/ti

2. Qajeelfama/Danbii qophaa’eerratti hubannoo ni kenna/ti

3. Qaamolee dhimmi ilaaluufi seektaroota hundaaf ni raabsa/ti

4. labsii,dambii,ulaagaalee,istaandardii, charterii waliigaltee fi qajeelfamoota mirkanaa’ee hojiirra ni oocha/ti


5. Dokimeentoota labsii, dambii,ulaagaalee,istaandardii,charterii waliigaltee fi qajeelfamoota qaamoolee dhimmi ilaalu bira akka dhaqaqbu ni taasisaa/ti, hojiira iolmaa isaani ni hordofti/ ni hordofaa

6. Dokimentii hubannoo

paakeejiii misoomaa fi jijjiirama dubartootaaf itti kennamuu /paakeejii misooma jijjiramaa fi dubartootaa nannoo horsiise bulaa ni qopheessaa/ti, hojiirra ni oocha/ti, dokimentii qophaa’ee irratti hubannoo ni kennaa/ti

7. TOR madaallii karooraa fi raawwii sektarootaa ni qopheessa/ti

8. Karooraa fi gabaasa sektaroota ni madaalaa/ti

9. Dhimmoota sekteroota hunda irratti hojjattoota mana hoiichaaf hubannoo ni kennaa/ti

10. Karooraa qindaa’aa dhimmoota seektaroota hundaa seektaroota dhimmi ilaalu waliin ni qopheessa/ti ,

karoora mana hoji keessatti akka haammatamuu ni taasiisa /tii. hojii irra ooluu isaa ni hordofaa /tti ni qindeessa/tti

11. Ragaaleen hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii saalaan adda bahan (Gender disaggregated data) akka mana hojii fi seektarootattii ni qindeessa/ti

12. Ragaalee qindaa’an idoo mijataa fi qaamni barbaadu hunda salphaati akka argatu ni kaa’a/keetti.

13. Rakkoolee ilaalchaa, dandeetti fi dhiyeessi sakatta’uun adda baasun ni keeti/ kaa’a.

14 .Rakkoolee adda bahani irratti dokimentii marii ni qopheessaa/tti

Dhimmamtoota waliin mariin akka geggeeffamu ni taasisti/saa.

15. Chaarterii waliigaltee fi ulaagaalee gamaaggamaa fi madaallii sekterootaa ni qopheess/ti

16. Karooraa fi raawwii hojii sekterootaa ni hordofu/ti, ni gamaaggamu/ti , ni madaalu/ti duuba deebii ni kenna/ti,sirreeffamni akka taasifamu ni godha/ti

17. Sekteroota raawwii gaarii qabanii fi hin qabne addan ni baasa/ti qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa/ti

18. Idileessa hojii dubartootaa irratti Hoggantootaa fi raawwattoota seektaroota mootummaa tiif hubannoo ni kenniti/niti

19. Dandetii raawachiisummaa seektarootaa fi aanaalee cimsuuf Adeemsa sochii finiinsa hirmaannaa ummataa walii leenjii ni kennaa/ti

20. Hojiiwwaaan dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keessatti idileessuu qaamma dhimmi ilaalatu waliin ta’uun ni idileessa.


Digrii Jalqaba

MA

Doctoretii



Disipiilinii Sayyainsii

Hawaasaa, Gender Study



  • Dandeettii

Kompiitara

10
8

6


Raawwatta idileessaa Korniyaa fi Dame Dinagdee fi Damee Hawaassummaa

PS 8

1

    1. Maandeetii idileessaa hojii dubartootaa seektarootaf kennamefi gahee biiroo dhimma dubartootaa sakata’uu

    1. Wixinee labsii maandeetii dhimma korniyaa seektarootaa qopheessuu

Sad/Gosaa Barnootaa


Muxannoo hojii

Raawwatta

idileessaa Korniyaa Dame Bulchiinsaa fi dhimoota seektaroota hundaa




PS 7



1


Digrii Jalqabaa
MA
Disipiilinii

Sayyainsii

Hawaasaa, Gender study


Waggaa 8

  • Dandeettii

Kompiitara

Wag. 9

Wagga7



    1. Wixinee gahee biirichi seektaroota irratti dabalataan qabaachuu qabu qopheessuu

    1. Qaama mirkaneesuuf dhiyeessuun mirkaneesiisuu


Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   40   41   42   43   44   45   46   47   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin