Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Sadarka Aanaa /Magaala Sadarkaa 2ffa B



Yüklə 1 Mb.
səhifə45/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   40   41   42   43   44   45   46   47   48
3.7.3.2 Sadarka Aanaa /Magaala Sadarkaa 2ffa B


Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa jalqabaa hanga xumuraatti

Hojii gareen/ hojjetaan raawwatu(Regroup/Organize activities by work volume)

Dandeettii barbaachisu

Eeenyuun akka hojjetamu

Gita hojii(Job Title)

Sadarkaa gita hiojii

Baay.Raawwattoota




  1. Hojii adeemsichaa ni karoorsa ni qindeessa, ni gurmeessa, ni gaggeessa

  2. Karorra waggaa hojii ademsichaa raawwattota waliin karoora tarsiimmaa’aarraa ni karoorsa

  3. Raawwii karooraa hojii adeemsichaa yeroo yeroodhaan maadaalee sirreefama karooraa ni taasisa

  4. Raawwii karooraa hojii Adeemsichaa ni qindeessa, ni hordofa

  5. Rawwattoota adeemsichaaf deggersa hojii ni kenna

  6. Madaalli Raawwii hojii raawwattota ni raawwata

  7. Fedhii leenjii rawwattoota adeemsa hojiichaa yeroo yeroon adda baasee qaama laaluuf ni dhiyeessaa

  8. Qooda fudhattoota keessaa fi alaa akkasumas dhimmamtootaa wajjin hariiroon hojii gaariin akka umamu haala ni mijeessaa

  9. Yero-yeroodhaan raawwii hojii adeemsichaa Itti gaafatamtuu Godinaa/ Magaalaa fi iddo dhimmi ilaaluf ni gabaasa

  10. Jijjiirama raawwiin adeemsa hojiichaa dubartootaaf fide yeroo-yeroon ni madaala




Abbaa Adeemsa hojii ijoo

Muudama

1





Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   40   41   42   43   44   45   46   47   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin