Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya


Seektaroota keessatti caasaa idileessaa hojii dubartootaa akka diriiru gochuu



Yüklə 1 Mb.
səhifə47/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   40   41   42   43   44   45   46   47   48
Seektaroota keessatti caasaa idileessaa hojii dubartootaa akka diriiru gochuu













      1. Caasaa koorniyaa seektaroota mootummaa qopheessuu, mirkaneessisuu













      1. Caasaa mirkanaa’ee seektaroota beeksisuu













      1. Hojjiirra oolmaa caasichaa hordofuu
















  1. Hojiimaata idileessaa hojii dubartootaa qopheessaa,( Danbii, qajeelfama, Manuwaalii, ulaagaa fi Istaandaardii, chaartarii waliigaltee foramii qodafudhattootaa)













2.1. wixinee idiileessa hojii dubartotaa qopheessuu













2.2. wixiinee qophaa’ee irratti seektaroora waliin marii gaggeessuun gabbisuu













2.3. wixinee gabbate maaneejimeentii mana hojiitiin mirkaneessisuu













2.4. Wixinee mirkaanaa’e irrtti dhimmamtootaa fi maamiltootaaf hubannoo kennuu













2.5. Hojimaata qophaa’ee maxxansiisuu













2.6. Hojiimaata maxxanfame qaama dhimmi ilaaluufi seektaroota hundaaf raabsuu













2.7. Hojiirra oolmaaa hojiimaata idilessa hojii dubartootaa hdordofuu













    1. Maanuwaalii paakeejiii misoomaa fi jijjiirama dubartootaa /paakeejii misooma jijjiramaa fi dubartootaa nannoo horsiise bulaa seektaroota hundaaf irratti huubannoo kennuu













    1. Karoora seektarootaa keessattii waa’een hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa hammatamuu isaa mirkaneeffachuu













  1. Dhimmoota seektroota hundaa(cross cutting issues) mana hojii keessatti idileessuu













3.1.Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu seektaroota dhimmi ilaalu irraa fudhachuu






















3.2. Qajeelfama dhimootaa seektarootaa hundaa mana hojii keessatti itiin idiilaa’uu irrattu hubannoo kennuu













3.4. karooraa qindaa’aa dhimmoota seektaroota hundaa seektaroota dhimmi ilaalu waliin qopheessuu













3.5. Dhimmi seektaroota hundaa karoora mana hojii keessatti akka hamatamu taasisuu













3.6. karoora dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keessatti hojiira oolchuu, hordofuu













4.Ragaaleen hirmaannaa fi fayyadammummaa dubartootaa fi daa’immanii saalaan adda bahan (Gender disaggregated data) akka mana hojii fi seektarootattii qindeessuu













4.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu













4.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu













4.3. foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu













4.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu













4.5. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu, weebsaayitiin dabarsuu













5.Hojiilee dubartootaa fi daa’immanii fayyadan irratti Dhiimmamtoota waliin walta’iinsaa fi qindoomina uumuu













5.1. Rakoolee (ilaacha,dandeettii,dhiyyeessi) idileessa hojii dubartootaa fi daa’imanii qoodafudhatootaa adda baasuu













5.2. Rakkoolee adda bahan irrttii dokiimeentii marii qopheessuu













5.3. Dokiimeentii qophaa’ee irrtti galteewwan dabalataa sasaabuun gabbisuu, mirkaneessisuu













5.4. Dokiimeentii mariif qophaa’ee irrtti qooda fudhattoota waliin marii gaggeessuu













5.5. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qopheessuu













5.6. Chaartarii waliigaltee gamtaan hojiichuu qooda fudhattoota waliin irrtti mari’achuun mirkaneessuu












5.7. Forammii neetwoorki qodafudhattootaa ijaaruu













5.8. Walatajjiiii marii idiilee akka jiraatu taasisuu(guyyaa,iddoo) murteessuu













6. Hordoffii fi gamaagaama gaggeesuun dhimma idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii seektarootni deeggersa taasisuu













6.1. Seektarootaaf deeggersa oggummaa kennuu













6.2. Deeggersa oggummaa kennamen dhimmoota hubatamanii adda baasuun marii irratti gaggeessuu













6.3. Gabasaa raawwii seektarootaa xiinxaaluu













6.4. Hordoffii gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa fi daa’immanii seektaroonni qaban addaan baasuu













6.5. Gamaagama seektarootaa gaggeessuuf ulaagaalee/qabxii xiiyyeeffannoo qopheessuun mirkaneessuu













6.6. Gamaggama raawwii karoora seektarootaa gaggeesuun rakkoolee raawwii dhimma idiileesa hoii dubartootaa fi daa’immanii seektaroonni qaban addaan baasuu













6.7. Seektaroota raawwii gaarii qaban addaan baasuun jajjabeessuu













6.8. Seektaroota rakkoo qaban addaan baaasuun kalattii sirreffamaa kennuu fi takaanfii fudhachhuu













6.9. Gabaasa hordoffii qaama dhimmi ilaaluuf dabarsuu













7. Idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii irratti humni raawwachiisummaa Hoggantootaa fi raawwattoota seektaroota mootummaa cimsuu













7.1. Qaawwaa dandeetii raawwttootni dhimma idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii( Gender Focal persons) qaban adda baasuun tarreessuu













7.2. Rakkoo ijoo dandeetii raawwachiisummaa addaan baasuun qindeessuu













7.3. yaada furmaataa rakoon ijoo dandeettii raawwachiisummaa ittiin hikkatu qaama olaanaaf dhiyeessuun murtiin akka itti kennamu taasisuu













7.4. murtee kennamu irrtti hundaa’uudhaan qaama dhimmi ilaalatu waliin haala leenjiin itti kennamu mijeessuu













    1. Adeemsa hojii ijoo Sochii finiisaa fi Hirmaannaa uummataa waliin ta’uun leenjii kennuu













Garee Qindeessaa Dhimmoota Seeraa

  1. Faayidaa fi mirga dubartootaa fi daa’immanii kabajamuu isaa hordofuu

1 Seerota qajeelfamoota fi waligalteewwan dubartotaa, fi daa’imman ilaachisee hojiirra jiran i ni xiinxala /ti


2. Rakkoolee ijoo mirga dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu irratti adda ni baasa/t, qaamoolee seeraa, dhimmamtootaa fi maamiltoota waliin marii ni gaggeessa/ti,

3.Qaawwaa raawii seeraa ni sakata’a/ti

yaada ka’ummsa marii rakkoolee raawwii seeraa keessatti kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti mulatan ni dhiyeessa/ti

4. Dokmeentii hubannoo seera ittiin kennamuu ni qopheessaa/ti,ni mirkaneesiisisa/ti, madaqina nikenna/ti

5.Dubartootaa fi daa’imman rakkoo seeraan walqabatee gara mana hojii dhufaniif deeggarsa ogummaa ni kenna/ti

6. Ragaalee seeraan walqabatan sekteeroota irraa dhiyaatan niqindeessaa/ti, ni xiinxala /ti, ni gurmeessaa/ti, qaamoolee dhimmi ilaaluuf ni raabsaa/ti,

7. Mirgaa fi Fayyidaa dubartootaa fi daa’immanii akka kabajamu ni hordofa/tti.

8. Dhimma falmii hariiroo hawaasaa fi yakkaa ilaalchisee akkaataa seeratiin raawwatamuu fi faayiidaa fi mirgi dubartootaa fi daa’immanii kabajamuu isaa ni hordoffa/tti, raawwii isaa qaama dhimmii ilaalutti ni dhiyeessiti

9. Hojiiwwaaan dhimmoota seektaroota hundaa mana hojii keessatti idileessuu qaamma dhimmi ilaalatu waliin ta’uun ni idileessa.

Sad. Fi Gosaa Bar.




Muxannoo

Raawwataa dhimma seeraa





PS 6


1


Digrii jalqabaa


7

    1. Seerota qajeelfamoota,waligalteewwan dubartotaa fi daa’imman ilaachisee hojiirra jiran iraatii xiinxala taasisuu

Diplomaa Olaanaa fi kollejii Wagga 4ffaa



11


Gosa barnoota a seeraa (LLB)




    1. Rakkoolee ijoo mirga dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu irratti jiran tarreessuu

    1. Qaamolee marii irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu

    1. Bu’aa xinxala irraa argame fi rakkoolee adda bahan irratti qaamoolee seeraa, dhimmamtootaa fi maamiltoota waliin marii gaggeessuu,

    1. Yaada furmaata dhimmoota mirgaa dubartootaa fi daa’immanii itiin kabajamu irratti waliigalteera gahuu

    1. Yaada furmaataa qaama olaanaaf dhiyeessuun kallatii sirreeffamaa akka itti kennamu taasisuu
















    1. Kallattii Sirreeffamaa keennamee qaammolee dhimmii ilaalatuufi caasaa dhimma dubartootaa fi daa’immanii sadarkaan jiru akka beeku taasiisuu













    1. Hojiirraa oolmaa isaa hordofuu













  1. Qaawwaa raawii seeraa sakata’uun mirga dubartootaa fi daa’immanii kabajamuu isaa mirkaneeffachuu













2.1. Raawwii seeraa kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti rakkoolee jiran     adda baasuu













2.2. yaada ka’ummsa marii rakkoolee raawwii seeraa keessatti kabajamuu mirga dubartootaa fi daa’immanii irratti mulatan dhiyeessuu













2.3. Yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii maaneejimeentii mana hojii waliin marii gaggeessuu













2.4. Qaamolee argannoo qaawwaa raawwii seeraa adda bahee irrtti hirmaataan adda baasuun mariif waamicha dabarsuu













2.5. Rakkoolee raawwii seeraa keesstti adda abahaii fi yaada ka’umsaa dhiyaate irrttii qaamolee seeraa , dhimmamtoota fi maamiltoota waliin marii gaggeessuun yaada furmaataa kaa’uu













2.6. Yaada furmaataa kaa’amee qaama dhimmi ilaalatuuf dhiyeessuu













2.7. Kallattii qaamni olaan kaa’eena hojiira oolmaa isaa hordofuu .













3.Hubannoo/Odeeffannoo seeraan walqabatee gadiifageenyaan ittifufiinsaan dubartootaaf kennuu













3.1. Maanuwaalii hubannoo seeraa dubartootaaf itiin kennamu qopheessuu













3.2. Maanuwaalii qophaa’ee tayyabuu,guceessuu, baayyisuu













3.3. Maanuwaallii qophaa’ee mirkaneessisuu













3.4. Barreeffama qophaa’ee irratti caasaa sadarkaan jiruuf madaqisina kennuu fi raabsaauu













3.5. Adeemsa hojii ijoo sochii finiinsa fi hirmaannaa uumataa waliin ta’uun hubannoo kennuu













4.Tajaajiila gorsa seeraa dubartootaa fi daa’immaniif kennuu













4.1. Dubartootaa fi daa’imman rakkoo seeraan walqabatee gara mana hojii dhufan         simachuu













4..2. Yaada /rakkoo dubartootaa fi daa’immanii fudhachuu adda baasuu













4.3. Ragaalee qabdu sasaabuun haala deeggersa ittiin argatan mijeessuu













4.4. Qaama dhimmi ilaalatu waliin mari’achuun haala furmaata itti argatan mijeessuu













4.5. dubartoota fi daa’imman miidaa saalaarrttii bu’uureffatte irra gahee deeggaruu













5. Ragaalee mirgaa dubartootaa fi daa’immanii kabachiisuu waliin walqabate qindeessuu,xiinxaluu (Gender disaggregated data













5.1. Foormaatii ragaaleen ittiin sasaabaman qopheessuu













5.2. Foormaatii ragaaleen sasaabuuf qophaa’aan irrtti madaqsina keennuu fi raabsuu













5.3. Foormaatiin raga yeroon guutamee akka deebi’uu hordoffii taasisuu













5.4. Ragaa seektaroota iraa dhiyyaatan qindeessuu













5. 5. Ragaalee qindaa’aan xiinxaaluun keenna murtiif akka tolutti ni kaa’aa













5.6. Ragaa qindaa’ee qaamolee dhimmi ilaaluuf raabsuu,














4.1.2. Humna namaa Waliigala Adeemsa Hojii Ijoo Idileessa Dhimma Korniyaa


Bakka Hojii

Garee

Waamama gita hojii

Sadarkaa barnootaa

Gosa barnootaa

Muuxannoo hojii

Sadarkaa Gita hojii

Baay’ina

Biiroo





Abbaa Adeemsaa

Muudama










1

Exkutive sekretarii

Diploomaa

sekretarii saayinsiitiin/ IT/ ICT

Waggaa 7

BH 11

1

Garee Qindeessaa Walta’iinsaa fi qindoomina hojii dubartootaa

Raawwattoota idileessa dhimma korrniyaa Dame Dinagdee fi Damee Hawaassummaa)


Digrii

Jalqabaa isaa olii




Disipiilinii Sayyainsi Hawaasaattin

Gender Study



  • Dandeettii Kompiitara

Waggaa 10


PS 8

1

Raawwattoota idileessaa dhimma korniyaa

Damee Bulichiinsaa



Digrii

Jalqabaa isaa olii




Disipiilinii Sayyainsi Hawaasaattin

Gender Study



  • Dandeettii Kompiitara

Waggaa 9


PS 7

1

Raawwataa Idileessa dhimoota seektaroota hundaa

Digrii

Jalqabaa isaa olii



Disipiilinii Sayyainsi Hawaasaattin fi Gender Study

Dandeettii Kompiitara



Wagaa 9

PS 7

1

Garee Dhimma seera

Raawwataa/ttuu Dhimma seeraa

Raawwataa/ttuu Dhimma seeraa



Digirii jalqabaa fi saa ol

Digirii jalqabaa fi saa ol




Gosa barnootaa Seeraa (LLB)

Gosa barnootaa Seeraa (LLB)



waggaa 10

Wagga 9


PS - 8

PS - 7


1

1



Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   40   41   42   43   44   45   46   47   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin