T/L
|
Maamiltoota
|
Rakkoolee Maammiltootaa
|
Fedhii Maamiltootaa
|
1
2.
|
Dubartoota
| -
Qabeenyaa harachuu, bulchuu fi itti fayyadamuu irraattii dhiraan qixaa ta’u dhaabuu
-
Madaa gaalii mattaa isaan dhiraan qixaa uumaachuu dhaabuu
-
Caaraa qaxaarii barnootaa fi sadarkaa gudinaa waal irraattii luugiin jiraachuu
-
Tajaajilaa sektarootni kennan irratti oddeeffannoo gahaa argachuu dhabuu
-
Tajaajilaa fayyaa hormaata gahaa argachuu dhabuu
-
Bishaan qulqullu dhiyeenyaa tiif gahaa ta’e argachuu dhaabuu
-
Barnoota al idilee gandaa gandaan argachuu dhabuu
-
Filuu fi filatamuu keessatti bal’inaan hirmaachuun garaa gaggesuummaatti dhufuu irraattii dhiraan qixaa yaalamuu dhaabuu
-
Murtii keennamu yeroo dheeraa fudhachuu (wagga 2-6),
-
Raawwiin murtiis yeroo dhaeeraa fudachuu (waggaa 3-5)
-
Waldhabbii abbaa warraa fi haadha warraa jiddutti uumamuuf murtii haqa qabeessaa kannuu dhabuu
-
Falmii haadha warraafi abbaa warraa walakkaa jiru hanga murtiin kennamutti dubartii ijoollee qabatee baateef qallabni (mashurufiin) akka kennamuuf/safaramuuf murteessuu dhabuun dubartoota rakkina hamaaf saaxiluu
-
Yakkoota kan akka dirqisiisanii gudeeduu dubartootaa irratti raawwatamu haala sukanneessaan lubbuu baasuu fi kkf irratti murtiin kennamu yakka raawwatameen kan wal hin gitneefi barsiisaa kan hin taane ta’uu
-
Beellama dheeressuun dubartoota dhamaasuu, abdii kutaachiisuu
|
Tajaajila loogii irraa bilisa ta’e seektaroota hundarraa argachuu barbaadu
|
|
| -
Ragaa balleessuu (oliyyannoof yeroo barbaadamu ragaan dhabamuu)
-
Seeraa golguudhaan mirga dubartootaa sarbuu
-
Dhiiraaf looguun dubartii qabeenyaan ala godhuu
-
Rakkoolee qunnamaniif battalatti furmaataa dhabuu
|
|
3
|
| -
Qajeelfama idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii dhabuu
-
Hubannoo yaadarimee koorniyaa idileessuu paakeejii misoomaa fi jijjirama dubartoota fi imaammata dhimma dubartoota dhabuu
-
Ragaa garaagarummaa korniyaa argachuu dabuu
|
Seektaroonni hundi Idileessa hojii dubartootaa fi daa’immanii f deeggarsi akka taasifamuuf barbaadu
|
5
|
| -
Hordoffiifi deeggarsi walitti fufiinsa hin qabne jiraachuusaatiifi tarkaanfiin sirreeffamaa yeroodhaan kennamuu dhabuu
|
Hordoffii fi deeggarsi kurmaana kurmaanaan akka kennammuf baarbaadu
|
6
|
| -
Manni hojichaa dhaabbilee Miti-Mootummaa qindeessee hojjechiisuu dadhabuu
-
Raawwii karooraafi herrega yeroon buusuu dhabuu
|
Dhaabbileen miti-mootummaa hundi Qindoominaan waliin hojjechuu barbaadu
|