Lakk
|
Dhimmamtoota
|
Waan Dhimmamtootni Tajaajila Idileessa hojii dubartootaa irraa Eegan
|
1
|
Mootummaa Naannoo Oromiyaa
| -
Heerri, seeri fi Imaammatootni mootumman baasee Hojii irra oolan walqixxumman korniyaa akka mirkana’uu.
|
2
|
Seektartoota Mootumma
| -
Qindoominaan hojjachuu
-
Waaliin karoorsuu fi raawwii waaliin madaluu
-
Gargaarsa oggumaa korniyaa idileesuu irratti argachuu fi qajeelfama korniyaa idileesuu (Gender mainstreaming Guidelin) qabachuu barbaadu.
-
Hordoffi fi to’aannoo qindoominaan taasisuu
-
Mirgii dubartoota akka kabaajamu
|
3
|
Dhabbilee Miti-Mootummaa
| -
Qindoominaan hojjachuuf:
-
Dubartootni rakkoolee hawaasumaa fi dinagdee jaalaa akka bahaan hojjachuuf deggarsa barbaaduu,
-
Idileessa hojii dubartootaa keessatti deggarsa teekinikaa ykn ogummaa argachuu
-
Midhaan saalaa irratti hunda’ee akka maqfaamu
-
Piroojeekttin isaanii akka mirkana’uuf
-
Faandii dhimma kanaaf kennan kayyoo kennameef irra oolee yeroodhaan akka gabaafamuuf barbaadu
-
Hordoffi madaali (Monitoring & Evaluation) waliin gaggeesuu
|
4
|
Ministeera Dhimma Dubartootaa
| -
Qindominaan hojjachuu
-
Raawwi karoora waaliin madaaluu
-
Imaamatootaa fi Qajeelfamootaa bahaan hojii irra akka oolu
-
Muxxanno hojii waal jiijiru
|
5
|
Waldaalee Haawaasa
| -
Qindoominaan hojjachuu
-
Deggarsa Oggumma fi kan biro argachuu
-
Karooraa fi Rawwii Waalin madaalu (Waldaa Dubartoota Oromiyaa)
|
6
|
Dhabbiilee Ummataa (CBOs)
| -
Qindoominaan Hojjachuu
-
Deggarsa Oggummaafi kan biro argachuu
|