1. 4.3 Duudhaa (Sona) Muummee Mana Hojichaa (Core values of our Organization)
Duudhaan ejjennoo haala qabatamaa ergama mana hojiichaa kan ibsu, amalaa fi naamusa hojjettootaa kan ibsu, qajeelfama naamusaa, kenna murtee gaggeeffamu, eergama, mul’ata fi aadaa hojii mana hojjichaa waliin dhimmoota hariiroo qaban kan ibsuudha. Ulaagaalee ykn haalota kana irratti hundaa’uudhaan duudhaaleen mana hojii keenyaa haala armaan gadiitti kan eeraman ni ta’u.
A. Ittigafatamummaa
B. Iftoomina
C. Tajaajila gahuumsa qabu kennuu
D. Qophaa’ina jijjiramaa
E. Beekumsaa fi amntaan hogganu
F. Hirmaachisummaa
G. Aadaa Qusannoo fi Bu’a Qabeessuummaa
H. Aantummaan daa’immaniif
Dostları ilə paylaş: |