Dokumaantii Qo’annoo Fooyya’insa jbah (Recalibrated) Adeemsa Hojii Ijoo Idileesaa Korniya



Yüklə 1 Mb.
səhifə42/48
tarix05.01.2022
ölçüsü1 Mb.
#67584
1   ...   38   39   40   41   42   43   44   45   ...   48
Kutaa Afraffaa (4)

  1. Hojilee Waajiraalee Dhimmaa Dubartootaa fi Daa’imman sadarkaa godinaa, Bulchinsaa Magalla fi Aanaaleetiin rawwataman

4.1. Sadarka Godinaa /Magaala Sadarkaa 1ffaa A fi 2ffa A

Tartiiba gochoota raawwii adeemsichaa jalqabaa hanga xumuraatti

Hojii garee/Hojjeetaan raawwatu(regroup /organize activities by work volume

Dandeettii bartbaachisu




Eenyuun akka hoojeetamu







Gita hojii (Job) titile

Sadarkaa Gita Hojii

Baayyina raawwattootaa

Sadarkaa fi Gosaa Barnoota barbachisuu

Muxan.




  1. Hojii adeemsichaa ni karoorsa ni qindeessa, ni gurmeessa, ni gaggeessa

  2. Karorra waggaa hojii ademsichaa raawwattota waliin karoora tarsiimmaa’aarraa ni karoorsa

  3. Raawwii karooraa hojii adeemsichaa yeroo yeroodhaan maadaalee sirreefama karooraa ni taasisa

  4. Raawwii karooraa hojii Adeemsichaa ni qindeessa, ni hordofa

  5. Rawwattoota adeemsichaaf deggersa hojii ni kenna

  6. Madaalli Raawwii hojii raawwattota ni raawwata

  7. Fedhii leenjii rawwattoota adeemsa hojiichaa yeroo yeroon adda ni baasa

  8. Qooda fudhattoota keessaa fi alaa akkasumas dhimmamtootaa wajjin hariiroon hojii gaariin akka umamu haala ni mijeessaa

  9. Yero-yeroodhaan raawwii hojii adeemsichaa Itti gaafatamtuu Godinaa/ Magaalaa fi iddo dhimmi ilaaluf ni gabaasa

  10. Jijjiirama raawwiin adeemsa hojiichaa dubartootaaf fide yeroo-yeroon ni madaala

BA/ BSc.
MA
Doktaretii
Diplomaa wagga 4ffaa kan xumure
Economics, Management, Coop. Management, Rural development & Agricultural extension, sociology fi saayinsii hawaasaa kan biroo

10
8
6

11





PS -8

1





Yüklə 1 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   38   39   40   41   42   43   44   45   ...   48




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin