Finfinnee Waxabajjii, 2003


Gulantaa 1ffaa Ijaarsa SMBKT(Bulding BSC)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə10/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   ...   156
Gulantaa 1ffaa Ijaarsa SMBKT(Bulding BSC)

  • Sakatta’iinsa haala walii galaa mana hojii

  • Toora xiyyeeffannoo tarsiimoo’aa (startegic focus areas),

  • Kaayyoo tarsiimoo’aa,

  • Maappii tarsiimoo’aa,

  • Safartuulee raawwii tarsiimoo’aa,

  • Tarkaanfiiwwan tarsiimoo’aa,



  1. Gulantaa 2ffaa Hojii Irraa Oolmaa SMBKT(Implementation of BSC)

Gama biraan immoo qabiyyeen dookumentichaa sadarkaa adda addaa kan qabu ta’ee sadarkaa saddeettaffaa irratti haalli hojii gadi buusuu (Iskoor-kaardii qopheessuu) bifa lamaan raawwatee jra. Inni tokkoffaa “Functional approach” yookaan akkaataa amala hojiitiin adeemsaalee fi gareewwan mana hojii sadarakaa sadarkaan jiraniif iskoor-kaardii qopheessuu yommuu ta’u, inni biraan immoo akkaataa caasseefama mana hojii sadarkaa Waajjira ol’aanaa, Godinaalee, Magaaloota fi Aanaalee kan qabate (structural approach) kan jedhu ta’a.





  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   6   7   8   9   10   11   12   13   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin