Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə100/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   96   97   98   99   100   101   102   103   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
Maappii Tarsiimoo’aa
aawwii hojii fi itti fayyadama baajataa irratti xiyyeeffannoo guddaa kennuun bu’aa raawwii karooraa fi fayyadama baajataa yeroo yeroodhaan maadaaluun tarkaanfii sirreeffamaa barbaachisu fudhachuun barbaachisaa dha. Dabalataanis, haalli itti fayyadama baajata seera faayinaansii qixa eeggateen kan raawwatame ta’uu isaa hordofuun tarkaanfii barbaachisaa ta’e fudhachuu barbaachisa.

Bu’aa: Baajata hojii karoorafameef oole

Milkaai’ina: Bu’a qabeessummaa baajataa dabale

  1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Ibsa: Qabeenyi raawwii karoora mana hojii tokkoo keessatti murteessaa ni ta’a. Qabeenya baajata mootummaan ramaduun bitaman faayidaa qixa sirrii ta’een sochii misooma daandii fi geejjibaatiif oolchuun murteessaa dha. Qabeenya dhaabbataa fi dhumaataa mana hojii keenyaaf ramadaman tajaajila hojii barbaadameef qofaaf akka ooluu gochuun dhimma murteessaa dha.

Gama biraatiin, bittaa qabeenyaa irraa jalqabee itti fayyadama, kunuunsaa fi eegumsa karaa itti gaafatamummaa qabaatee fi fooyya’aa ta’e irratti hoggansi, raawwataa fi qaaamni ilaallatu hundi hubannoo gahaa argatee, miira abbummaa horatee meeshaa uummataa fi mootummaa dhaabbataas ta’e dhumataa hojii barbaadame qofaaf akka itti fayyadamu taasisuun hojii xiyyeeffannoo argachuu qabudha.




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   96   97   98   99   100   101   102   103   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin