|
Bu’aa: Qisaasama qabeenyaa hir’ate
Milkaa’ina
|
səhifə | 101/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Bu’aa: Qisaasama qabeenyaa hir’ate
Milkaa’ina: Bu’aa qabeessummaa qabeenyaa dabale
Maappii Tarsiimoo’aa
-
Qulqullinaa daandii dabaluu
Ibsa (Description): Fedhi daandii babalachaa jiru keesstti mootummaan uummataaf daandii baay’inaa fi qulqullinaan dhiheessuun fedhiin hawaasaa akka guutamu taasisuu qaba. Kaayyoo kana dhugoomsuuf, haala fedhii uummataa irratti hundaa’een ijaarsaa fi suphaa daandii qulqullina qabu akka bakka hundatti babal’atu xiyyeeffannoon ni hojjetama. Akkasumas, qulqullina daandii egsiisuudhaaf karoora piroojektootaa qindeessuun, hordofuu fi to’achuun daandii qulqullina isaa eeggatee tajaajila itti fufiinsa qabu uummataaf akka kennaan taasisuu dha. Dabalatanis, pirojeektoota ijaarsa fi suphaa daandii keessatti qorannoo irraa kaasee hanga xumuraatti hordoffii fi gamaaggamaa yeroorratti hundaa’e cimsuudhaan hanqina qulqullina ijaarsa irratti mul’atu to’annoo wal irra hin cinne taasisuun gabaasaa fi duub-deebii dhiheessuun hojjatamu qaba.
Dostları ilə paylaş: |
|
|