|
Bu’aa: Uwwisa suphaa daandii dabalee
Milkaa’ina
|
səhifə | 103/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Bu’aa: Uwwisa suphaa daandii dabalee
Milkaa’ina: Guddina hawaas-dinagdee dabale
-
Bulchiinsa Qabeenya Daandii fooyyessuu
Ibsa (Description): Mul’ata, ergamaa fi kaayyoo tarsimo’aa Abbaa Taayitiichaa galmaan gahuun kan danda’amu qaamoota bulchiinsa daandii keessatti qooda qaban haala qindoomina qabuun hubannoo isaanii cimsuun dhimmaa murteessaa dha. Haaluma kanaan, daandii ATDO fi hirmaannaa uummataan ijaaramee jiru irratti hubannoo bulchiinsa qabeenya daandii irratti uummataaf akka kennamu ni taasifama. Akkasumas, daandiiwwan jiraan kunuunsuudhaan tajaajila itti fufinsa akka qabaatu taasisuuf lakkaa’umsa daandii (road inventory), qorannoo neet workii nageenyaa fi sochii tiraafikaa (net work traffic survey) mirga daangaa daandii (right way) taasisuudhaan bulchiinsa suphaa fi qabeenya daandii diriirsuun akka fooyyaa’uu xiyyeffannaan ni hojjatama.
Dostları ilə paylaş: |
|
|