B
Maappii Tarsiimoo’aa
Maappii Tarsiimoo’aa
u’aa: Dhiyeessa tekinooloojii fi galteewwan daandii dabale.
Milkaa’ina: Misooma fi tajaajila daandii babal’ate
-
Qo’annoo fi qorannoo daandii babal’isuu
Ibsaa: Qo’annoo fi qorannoo bu’a qabeessaa ta’aniin fayyadamuun daandii ariifataan naannichaa keessatti akka dhufu taasisuun murteessaa dha.
Qorannoo fi qo’annoo itti fufiinsa qabu gaggeessuun bu’aawwan argamanii fi kan bu’a qabeessa ta’an babal’isuun, haala qabatama daandii kennamu bu’uura godhachuudhan, teeknooloojii guddina misoomaa fi suphaa daandii ariifataa fiduu danda’u keessatti ga’ee ol’aanaa taphatu hojii irra oolchuun xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’a.
Bu’aa: Baay’ina qo’annoo fi qorannoo hojii irra oole
Milkaa’ina: Rakkoo daandii hiikkate
-
Dostları ilə paylaş: |