Finfinnee Waxabajjii, 2003


Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə109/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   105   106   107   108   109   110   111   112   ...   156
Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu

Ibsa(Description): Misooma daandii babal’achaa jiru keessatti muuxannoowwan bakka tokko tokkotti bifa fakkenyummaatiin hanga ammaatti argamanii fi gara fuula duraattis argamuu danda’an qindeessuu fi fooyyessuudhaan bakka hunda si’a tokkoon haala waliin gahuun danda’amu, yeroo gabaabaa keessatti babal’isuu fi bu’aa gaarii argisiisuu itti danda’amu irratti hojjechuun barbaachisaa dha.

Kaayyoo kana galmaan gahuuf, gama misooma daandiitiin Sagantaa waliin Gahinsa Daandii Baadiyyaa (SWGDB) tiin Aanoolee Naannichaa fi bakka biraatti argaman keessatti muuxannoowwan gaggaarii ijaarsaa fi suphaa daandii irratti argaman sakatta’uudhaan fakkeenyummaa gaarii fi bu’aa-qabeessummaa kan qaban bakka biraatti haala itti hojii irra ooluu danda’u mijeessuu, akkasumas, tajaajila suphaa babal’isuu fi mirkaneessuu keessatti muuxannoowwan biyya keessaa fi alaa sakatta’uudhaan babal’isuun barbaachisaa ta’a.

Kana malees, duudhaalee hawaasni misoomaa fi suphaa daandii irrattti qabu gabbisaa adeemuun haala qindaa’een faayidaa dabalataa argamsiisuu danda’u irratti ciminaan hojjechuun barbaachisaa ta’a.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   105   106   107   108   109   110   111   112   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin