|
|
səhifə | 112/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Bu səhifədəki naviqasiya:
- Bu’aa
B
Maappii Tarsiimoo’aa
u’aa: Dargaggootaa fi dubartoota gahumsii isaanii fooyya’e
Milkaa’ina: Dargaggootaa fi dubartoota dorgomaa ta’uu danda’an
-
Qindoomina dhimmoota sektaroota hundaa guddisuu
Ibsa: Koorniyaa, dargaggootaa fi HIV/AIDS fi kkf dhimma gurguddoo Abbaa Taayitaa keessatti idilaa’anii xiyyeeffannaa aragachuun irratti hojjatamu barbaadu dha.
Misoomaa fi suphaa daandii keessatti hojii kana bu’a qabeessa taasisuuf hojimaata fooyya’aa ta’e diriirsuu, hubannoo uumuu fi akka idilaa’anii hojjataman gochuun dhimma irratti xiyyeeffatamee hojjatamu dha.
Bu’aa: Dhimmota sekteroota hundaa idilaa’e
Milkaa’ina: Jijjirama amalaa mirkanaa’e
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|