Finfinnee Waxabajjii, 2003


S Tarkaanfiiwwan Tarsiimoo’aa adarkaa Jahaffaa (Step Six)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə120/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   116   117   118   119   120   121   122   123   ...   156

S
Tarkaanfiiwwan Tarsiimoo’aa
adarkaa Jahaffaa (Step Six)

  1. Tarkaanfiiwwan Tarsiimoo’aa (Strategic Initiatives)


Tarkaanfiiwwan tarsimoo’aan kaayyolee tarsimoo’aa gara hojiitti kan ittiin ceesifnu sagantaalee, piroojeektotaa fi gochoota ijoo dha. Tarkaanfiiwwan tarsimoo’aan filataman kan duraan jiran ykn haaraa ta’uu kan malan ta’ee, kallattii madaallii, kaayyolee tarsimoo’aa fi manii waliin walitti hidhamiinsa qabaachuun barbaachisaa dha. Dhimmi kun tarsiimoo yeroo dheeraa ykn gabaabaa keessatti kan raawwatu ta’ee, kaayyolee tarsimoo’aaf galtee(input) waan ta’aniif yeroo bu’aan kaayyolee itti argamu dursanii raawwatamuu qabu.

Calalliin tarkaanfiiwwan tarsimoo’aa adeemsa hedduu keessa kan darban yoo ta’u, dursa tarkaanfiiwwan tarsimoo’aa haaraa fi duraan turan kaayyolee tarsimoo’aa mana hojichaa fiixaan baasuuf ni dandeessisu jedhamanii yaadaman ni tarreeffamu. Kanaan booda tokkoon tokkoo kaayyolee tarsimoo’aa fi tarkaanffiiwwan tarsimoo’aa walitti hidhamiinsa qabaniif maappiin wal-quunnamtii ni qophaa’a. Haaluma kanaan ulaagaa calallii filachuu fi ulaagaa kanaan tarkaanfiiwwan tarsimoo’aa walitti hidhamiinsa tarsiimoo, baay’ina kaayyolee deeggaramanii, bu’aa fi baasii barbaachisuun erga madaalamanii booda tarkaanfiiwwan tarsimoo’aan hafuu qaban hafanii kan walitti makamuu qabanis calalamanii tarkanfiiwwan tarsimoo’aa gurguddaa mana hojichaa ta’anii filatamu



    1. Tarkaanfiiwwan Tarsimoo’aa Tarraa'an (Possible Strategic Initiative Lists)


      Yüklə 4,87 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   116   117   118   119   120   121   122   123   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin