Finfinnee Waxabajjii, 2003


S Awutoomeeshinii adarkaa 7ffaa(Step 7)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə122/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   118   119   120   121   122   123   124   125   ...   156

S
Awutoomeeshinii
adarkaa 7ffaa(Step 7)

  1. Sirna Ragaa Raawwii Diriirsuu (Automation)


Sadarkaa kanattii manneen hojii sirna qabinsa ragaa raawwii hojii isaanii komputaran akka deeggaramu gochuutu isaan irraa eeggama.Sirna ragaa diriirsuu, ragaa funaanuu, xiinxaluu fi gabaassuuf kan dandeessisu ta’uu qaba. Ragaa(data) fi odeeffannoo (information) keenninsa murttii fi barumsa kennuu sirna adda baasu uummuudhaan akkuma barbaachisummaa isaatti sadarkaa giddu-galeessaa fi hanga sadarkaa gadiitti sirnaan qabachuun qaama raawwachiistuu hundaaf faayidaa akka kennu barbaachisa dha. Qabiyyee ragaalee faayida-qabeessa ta’an murteessuuf bu’aa barbaadamuuf kallattiidhaan galtee ta’uu danda’uu isaanii qaacceessuudhaan haala qabtamaa waliin qunnamuu isaa ilaaluun itti fufinsa kan qabu ta’uu mirkanneessuu fi bu’aallee argaman walliin madalluuf kan dandeessisuu ta’uu isaani sakatta’uun barbaachisaa dha.

Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   118   119   120   121   122   123   124   125   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin