7.2. Qabiyyee (Menu)
Sirna Awutomeeshinii Sirna madaallii bu’aa karoora tarsimoo deggeruuf diriire keessatti qabiyyeen dursee mul’atu kanneen armaan gadii ta’u.
Isaanis:- Ergama, Mula’ata,Dudhalee ,Toora Xiyyeeffannoo mana hojicha,Linkota adda addaa fi loogoo mana hojiichaa ibsu
7.3. Gabatee.galteewwaanii (Input sheet)
G
Sirna Ragaa Diriirsuu
abateen galteewwanii (input sheet) kan jennu gabatee qabiyyee sirna awutomeeshinii aanu dhu yeroo ta’u raawwii raawwatamuu fi baajata hojii irra oole fi walitti hidhamiinsa tokko tokko kan of keessatti qabatu ta’a.
Dostları ilə paylaş: |