|
Gabatee adeemsa raawwii ( process sheet)
|
səhifə | 126/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| 7.4. Gabatee adeemsa raawwii ( process sheet) -
Ulfatinni safartulee,kaayyoolee fi kallaattii madaallii kan keessattii kan kaa’amuudha.
-
Ka’umsa (baseline)
-
Mannii (target):-
-Kan waggaa shanii
-Kan waggaa tokkofi
-kan kurmaan kurmaan itti ta’uudha.
-
Baajatinii kaayyoo tokkoo tokkoof
-kan waggaa shanii
-kan waggaa fi
-kan kurmana kurman ittii qabamu
-
Bakka formulaan adda addaa itti raawwatamuufi namni kamiyyuu baanee edit(rewrite)gochuu hin dandeenyedha
7.5.Report(output)sheet
Iddoo raawwiin waliigalaa fi baajatni hojiirra oolee gabaasni haala gabatee fi chartiitini itti dhiyaatudha.
7.6.Gabaasa
Gabaasni awutomeeshiniin qophaa’u kan dhiyaatu bifa laman. Isaanis:-
-
Gabaasa Gabateen dhiyaatu fi
-
Gabaasa Chartitiin ykn giraafiin dhiyaatu ta’a
S
adarkaa Sadeetafaa(Step Eight)
Dostları ilə paylaş: |
|
|