Finfinnee Waxabajjii, 2003


Sirna madaallii bu‘aa karoora tarsiimoo Mana Hojichaa adeemsaleef gad-buusuu (physical Cascading)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə128/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   124   125   126   127   128   129   130   131   ...   156

Sirna madaallii bu‘aa karoora tarsiimoo Mana Hojichaa adeemsaleef gad-buusuu (physical Cascading)


Sirna madaallii bu‘aa karoora tarsiimoo kan mana hojii tokkoo qaama raawwatuuf gad buusuu jechuun karoora tarsimoo’aa mana hojichaa qaamonni hundi akka hubatanii fi hojii isaanii guyyaa guyyaadhaan akka raawwatan gochuuf kan dandeesisu dha. Adeemsichi sirna madaallii bu’aa karoora tarsiima’aa manni hojichaa qopheeffate gareef gad-buusuu of-keessaa kan qabu dha. Karaa biraatiin yommuu ilaalamu karoora tarsiimoo’aa mana hojichaa qaama raawwatu hundaaf qooduu fi raawwatoonnis kaayyoo karoora mana hojichaatiif gahee isaan irraa eegamu haala itti bahan kan argsiisu dha.

    1. Yüklə 4,87 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   124   125   126   127   128   129   130   131   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin