Finfinnee Waxabajjii, 2003


Sagantaa kaayyolee gara qaamota raawwatanitti gad-buusuu (functional cascading)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə131/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   127   128   129   130   131   132   133   134   ...   156

Sagantaa kaayyolee gara qaamota raawwatanitti gad-buusuu (functional cascading)


Kutaa kana keessatti kaayyoleen raawwatoota garee fi dhuunfan jiranii fi sirna madaallii bu’aa karoora tarsiimoo sadarkaa mana hojiitti qophaa’e haala sadarkaa tokkoo hanga jahaatti (1-6) jiru waliin bifa wal-simeen akka qophaa’u ni ta’a. Kana jechuunis raawwatootni haala karoora mana hojii waliin qunnamtii qabuun sirna madaallii bu’aa karoora tarsiimoo kan dhuunfaa isaanii akka qopheeffatan gochuu dha.

Kaayyoleeni, safartuuleen, manii (targets) fi tarkaanfiiwwan tarsimoo’aa raawwatoota sadarkaa adda addaa irra jiraniin qophaa’uu Kaayyoo tarsiimo’aa mana hojichaa raawwachiisuuf ykn deeggaruuf gahee ni qabaatu. Karoorri bu’aa irratti xiyyeeffate garee fi hojjetoota dhuunfaatiif qophaa’u karoora tarsiimo’aa mana hojichaa bu’uura kan godhatee fi karoora tarsimoo waggaa irraa kan sharafame ta’uu qaba.


      1. S
        Kaaskeedingii SMBKT
        agantaa Onnachiiftuu ta’u(Pocket Cascading)


Sirna onnachiiftuu bu`aa waliin wal-qabsiisuun tarsiimoo mana hojichaa qamoolee gurma`iina gara gadii adeemsaalee ykn garee biratti itti fuufiinsaan xiyyeefannoo argatee hojii irra akka oluu dandeesisa.Kaffaltiin onachiiftuu galmoota milka`iina isaanii fi sadarkaa raawwii waliin walqabsiisuun aadaa hojimaataa ni jijjiira.

    1. Yüklə 4,87 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   127   128   129   130   131   132   133   134   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin