|
Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa
|
səhifə | 138/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa
Misoomaa Daandii(Road Development)
Bu’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale
Bulchiinsa Qabeenya Daandii (Road Asset Management)
Bu’aa: Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne
Ibsa Hojii (Purpose Statement): Adeemsi kun akka adeemsa hojii ijoo tokkootti kan barbaachiseef fiixa bahinsa mul’ata mana hojichaa keessatti gaaffii ijaarsaa dhiyaatu ofitti fudhatee keessummeessuun karoora daandii hirmaachisa ta’e qopheessuu, saganteessuu, baajatessuu fi bulchuu, qorannoo dursaa fi boodaa akkasumas, hordoffii fi gamaaggama hojii irra oolma karoora daandii gaggeessuu dha. Dabalatanis, karooraa fi gabaasa waliigalaa mana hojiichaa xiinxaluu fi qindeessuun qaama dhimmi ilaaluuf dabarsuu, raawwii fiizikaalaa fi faayinaansii karoora piroojektoota daandiwwanii xiinxaluu, hordofuu, to’annoo fi gamaaggama hojii gaggeessuun duub deebii kennuudha.
Dostları ilə paylaş: |
|
|