Adeemsa Hojii Dhimmoota Kommunikeeshinii Mootummaa
Maappii Tarsiimo’aa
|
Kaayyoolee Tarsiimo’aa
|
Safartuulee
|
Ka’umsa
|
Mannii
|
Tarkaanfiilee
|
|
|
|
|
W1
|
W2
|
W3
|
W4
|
W5
|
|
Maamila
| -
Amantaa uummataa guddisuu
|
Amantaa uummataa dabale %
|
45
|
50
|
55
|
60
|
65
|
70
|
Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa
|
| -
Itti quufinsa odeeffannoo fi quunnamtii uummataa guddisuu
|
Itti quufinsa dabale (%n)
|
0
|
50
|
55
|
59
|
66
|
70
|
|
Faayinaansii
| -
Gahumsaa fi Bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu
|
Gahumsa itti fayyadama baajataa dabale (efficiency) (%n)
|
70
|
71
|
75
|
80
|
90
|
95
|
Sagantaa bulchiinsa baajataa
|
| -
Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu
|
Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)
|
15
|
12
|
10
|
8
|
7
|
5
|
Sagantaa to’annoo qabeenya
|
Adeemsa Hojii Keessa
| -
Qulqullina qabiinsa ragaa fi maxxasaalee odeeffannoo fooyyessuu
|
Madaalawummaa oddeeffannoo dabale %’n
|
0
|
50
|
60
|
75
|
80
|
90
|
Sgantaa fooyya’iinsa JBAH
|
| -
|
Qabiyyee maxxansale fooyya’e %’n
|
0
|
50
|
55
|
65
|
70
|
85
|
|
| -
Uwwisa odeeffannoo guddisuu
|
Uwwisa odeeffannoo guddate%’n
|
0
|
50
|
65
|
70
|
80
|
90
|
|
| -
Kenna tajaajilaa yaa’iinsa odeeffannoo fi quunnamtii fooyyessuu
|
Odeeffannoo dogoggora malee darban %’n
|
0
|
50
|
60
|
70
|
85
|
95
|
|
| -
|
Kenna tajaajila odeeffannoo yeroon kenname %’n
|
0
|
50
|
60
|
70
|
80
|
90
|
|
Ijaarsa Dandeettii
| -
Dandeettii fi gahumsa odeeffannoo guddisuu
|
Hojjetoota dandeettii fi gahumsa horatan %’n
|
54
|
60
|
68
|
74
|
80
|
85
|
Sagantaa fooyya’insa QHN
|
| -
Itti fayyadama IT guddisuu
|
Itti fayyadama IT guddate %’n
|
20
|
40
|
55
|
65
|
75
|
90
|
Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo
|
| -
Aadaa hojii fooyyessuu
|
Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)
|
30
|
50
|
60
|
70
|
80
|
90
|
Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu
|
Hojiiwwan sektaroota hundaa (cross-cutting issues) ta’an Kaayyooan ga’uuf adeemsalee nam-tokke qorannoo JBAHn maneen hojii hundaa keessatti akka jiraatan tasifameera.Haaluma kanaan mana hojii keessatti hojiiwwan kanaaf adeemsaalee hojii nam-tokkeen armaan gadii ni jiru.
1. Raawwataa dhimma Dargaggoo fi HIV
2. Raawwataa dhimma Koorniyaa
3. Raawwataa dhimma sagantaa fooyya’iinsa sivil sarvisii
4. Raawwata Qondaala Naamusaa
5. Garee MIS ta’a