Finfinnee Waxabajjii, 2003


Iskoorkaardii Raawwataa Qondaalaa Naamusaa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə146/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   142   143   144   145   146   147   148   149   ...   156

Iskoorkaardii Raawwataa Qondaalaa Naamusaa


Ibsa Hojii: ATDOn ergama fi mulata isa galmaan gahuuf raawwatan kun waajjira fi hojjattoota waajjiricha waliin ta’udhaan malaamatummaa fi hojimaata badaa maqsamuu hubaannoo kennuudhaan hojjattoon hundumtuu naamusa gaarii qabaataani malaamaltumma irra offi eeguu qofa osoo hin ta’iin farraa malaamaltumma ta’udhaan akka hojjataan ni tasisuudha.

Raawwataa Qondaalaa Naamusaa


Kallattii Madaallii

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Safartuulee

Ka’umsa

Mannii

Tarkaanfiilee













W1

W2

W3

W4

W5




Maamila

  1. Amantaa uummataa guddisuu

Amantaa uummataa dabale %

45

50

55

60

65

70

Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa




  1. Itti quufinsa waajjira guddisuu

Itti quufinsa dabale (%n)

43

50


55

59

66

70




Faayinaansii

  1. Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu

Gahumsa itti fayyadama baajata dabale %’n

70

71

75

80

90

95

Sagantaa bulchiinsa baajataa




  1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

15

12

10

8

7

5

Sagantaa to’annoo qabeenya

Adeemsa Hojii Keessa


  1. Naamusa hojjattoota mana hojiichaa fooyyessuu

Hir’ina naamusa xiqqaate %’n

0

50

65

75

85

95

Sgantaa fooyya’iinsa JBAH




  1. Qorannoo hojimaata gaggeessuun yaada sirreeffama hojimaata badaa dhiheessuu cimsuu

Qorannoo gaggeeffameen hojimaata badaa argamee sirreeffame %’n

0

12

15

18

20

25







  1. Naamusaa fi yakkaa malaan maltummaa irratti hubannoo irratti hubannoo hojjattootaa cimsuu

Hojjattootaa leenjii argatan %’n

50

60

70

80

90

100







  1. Labsiilee, qajeelfamootaa fi dambiilee naamusa fi ittiin bulmaataa irratti hubannoo cimsuu

Labsiilee, qajeelfamootaa fi dambiilee hojiirra oolan %n

50

60

70

80

90

100







  1. Qindoomina hojii cimsuu

Hoggansa waliin yeroo walqunnamtii si’aan

0

2

2

2

2

2







  1. Keessummeessaa fi fuunaansa eeruu fi komii fooyyessuu

Eeruu funaaname lakk

0

10

20

30

40

50









Komiiwwan furaman %/n

49

37

30

22

15

10




Ijaarsa Dandeettii

  1. Dandeettii fi gahumsa dhuunfaa guddifachuu

Dandeettii fi gahumsa dhuunfaa horatame %’n

54

60

68

74

80

85

Sagantaa fooyya’insa QHN




  1. Itti fayyadama IT guddifachuu

Itti fayyadama IT dhuunfaan guddate %’n

20

40

55

65

75

90

Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




  1. Aadaa hojii fooyyeffachuu

Itti quufinsa dabale %’n

50

60

65

70

80

90

Sagantaa Badhaasaa/onnachiiftuu



Kaaskeedingii SMBKT

      1. Iskoorkaardii Garee Teeknooloojii Quunnamtii Odeeffannoo


Garee Teeknooloojii Quunnamtii Odeeffannoo


Kallattiiwwan Madaallii

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Safartuulee

Ka’umsa

Mannii

Tarkaanfiilee













W1

W2

W3

W4

W5




Maamila

  1. Amantaa uummataa guddisuu

Amantaa uummataa dabale %

45

50

55

60

65

70

Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa




  1. Itti quufinsa teeknooloojii guddisuu

Itti quufinsa dabale (%n)

43

50


55

59

66

70




Faayinaansii

  1. Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu

Gahumsa itti fayyadama baajata dabale %’n

70

71

75

80

90

95

Sagantaa bulchiinsa baajataa




  1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

15

12

10

8

7

5

Sagantaa to’annoo qabeenya

Adeemsa Hojii Keessa

  1. Kenna tajaajila TQO fooyyessuu

Istaandaardii kenna tajaajila TQO fooyya’e %’n

50

55

60

65

70

75

Sgantaa fooyya’iinsa JBAH






Suphaa gaggeeffame %’n

0

50

60

70

80

90







  1. Hoggansa odeeffannoo foyyessuu

Sirna odeeffannoo hojiirra oole rakkoo hiike %’n

10

20

30

40

50

60




Ijaarsa Dandeettii

  1. Dandeettii fi gahumsa dubartootaa guddisuu

Hojjetoota dandeettii fi gahumsa horatan %’n

54

60

68

74

80

85

Sagantaa fooyya’insa QHN




  1. Itti fayyadama IT guddisuu

Uwwisa MIS waajjirichaa dabale %

0

5

10

15

20

30

Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo






Itti fayyadama IT guddate %’n

20

40

55

65

75

90







  1. Aadaa hojii fooyyessuu

Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)

30

50

60

70

80

90

Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu


Ibsa hojii: Hojiin garee bulchiinsa odeeffannoo itti waamamni isaa gaggeessa wajjiraatiif ta’ee, hojii fi raawwii ya’iinsa quunnamtii odeeffannoo jalqaba walitti qabiinsa ragaa irra eegale hanga gabaasatti mirkaanessuu fi qaama dhimmii ilaaluuf rabsuu dha
      1. Iskoorkaardii Raawwataa Sagantaa Fooyya’iinsa Siivil Sarviisii


Ibsa Hojii: Raawwatan kun itti wamaamni isaa oggannnaa waajjiraatiif ta’e, mul’ataa, ergamaa fi kaayyoo mana hojiichaa galmaan gahuuf hojiilee sadarkaa kenna tajaajila hordofuun barumsa sirreeffamaa kennuudhaan hojiirra oolmaa isaa fooyyessuu akkasumas, hojiirra oolmaa sagantaa riifoormii qindeessuu fi gamaaggamuun qaama dhimmi ilaaluuf gabaasaan dhiheessuu dha.

Raawwataa sagantaa fooyya’iinsa siivil Sarviisii


Kallattiiwwan Madaallii

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Safartuulee

Ka’umsa

Mannii

Tarkaanfiilee













W1

W2

W3

W4

W5




Maamila

  1. Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu

Amantaa uummataa dabale %

45

50

55

60

65

70

Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa




  1. Itti quufinsa maamiltoota guddisuu

Itti quufinsa dabale (%n)

43

50


55

59

66

70




Faayinaansii

  1. Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu

Gahumsa itti fayyadama baajata dabale %’n

70

71

75

80

90

95

Sagantaa bulchiinsa baajataa




  1. 3.Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

15

12

10

8

7

5

Sagantaa to’annoo qabeenya

Adeemsa Hojii Keessa

  1. Sadarkaa kenna tajaajila hordofuu fi hojiirra oolmaa isaa fooyyessuu

Adeemsaalee hojii kenna tajaajilaa fooyyessan lakk.

0

20

30

40

60

90

Sgantaa fooyya’iinsa JBAH




  1. Hojiirra oolmaa sagantaa riifoormii qindeessuu fi gamaaggamuu

Rakoollee adda bahanii furmaata argatan %’n

0

50

70

80

90

95




Ijaarsa Dandeettii

  1. Dandeettii fi gahumsa raawwattoota guddisuu

Hojjetoota dandeettii fi gahumsa horatan %’n

54

60

68

74

80

85

Sagantaa fooyya’insa QHN




  1. Itti fayyadama IT guddisuu

Itti fayyadama IT guddate %’n

20

40

55

65

75

90

Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




  1. Aadaa hojii fooyyessuu

Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)

30

50

60

70

80

90

Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu





    1. I
      Kaaskeedingii SMBKT
      skoorkardii Sadarkaa Gareewwanii (Tier-3)


      1. Yüklə 4,87 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   142   143   144   145   146   147   148   149   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin