Finfinnee Waxabajjii, 2003


Iskoorkaardii Sadarkaa Gareewwan Adeemsa Hojii Ijoo Karoora, Sagantaa, Hordoffii fi Gamaaggammaa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə149/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   145   146   147   148   149   150   151   152   ...   156

Iskoorkaardii Sadarkaa Gareewwan Adeemsa Hojii Ijoo Karoora, Sagantaa, Hordoffii fi Gamaaggammaa



Kallattiiwwan Madaallii

Kaayyoolee tarsiimaa’oo


Amala kaayyoolee

Gareewwan










Garee Karoora, Hordoffii fi Gamaaggammaa

Garee Qorannoo

Maamila

  1. Amantaa uummataa Guddisuu

Hundaaf

x

x




  1. Itti quufinsa qophii karoora dabaluu

Hundaaf

x

x

Faayinaansii

  1. Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa fooyyessuu

Hundaaf

x

x




  1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Hundaaf

x

x

Adeemsa Hojii Keessaa

  1. Qulqullinaa fi yeroo gabaasa fooyyyessuu

Kan addaa

x







  1. Hojimaata hordoffii fi gamaaggama raawwii karoora daandii fooyyeessuu

Kan addaa

x







  1. Qo’annoo fi qorannoo daandii babal’isuu

Kan addaa




x




  1. Hirmaannaa qophii karoora daandii irratti guddisuu

Kan addaa

x







  1. Walitti dhufeenya qophii karooraa irratti jiru fooyyeessu

Kan addaa

x







  1. Kenniinsaa tajaajilaa fooyyesuu

Hundaaf

x

x

Ijaarsa Dandeettii

  1. Dandeetti fi gahumsa qophii karoora guddisuu

Hundaaf

x

x




  1. Itti fayyadama IT guddisuu

Hundaa

x

x




  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu

Hundaaf

x

x





        1. Iskoorkaardii Garee Karoora, Hordoffii fi Gamaaggamaa

Ibsa Hojii(purpose statement): Adeemsa hojii karoora, sagantaa, hordoffii fi gamaaggamaa keessatti ergama, mula’taa fi tarsiimoo ATDO akka galma ga’uu hojiiwwan ijoo karoora idilee fi tariimoo’aa qopheessuu fi raawwii karoora hojii fiizikaalaa fi faayinaansii mana hojii xiinxaluu fi qindeessuu, baajata qopheessuu, ragaalee qohii baajataa fi karooraaf oolan sassaabuu, qindeessuu, xiinxaluu, haala faayidaaf ooluu danda’uun kuusuu/hojiirra oolchuun to’annoo, hordoffii fi gamaaggama hojii gaggeessuun gabaasa waliigala qopheessuu fi duub deebii kennuu dha. Kana malees, gaaffii daandii fi geejjibaa uummataan dhiyaatu ilaalchisee xalayaa hundaa keessumeessuu fi galmeessuun furmaataa itti laachuudhaan deebii quubsaa ta’e kennuu dha.


Garee Karoora, Hordoffii fi Gamaaggamaa

Kallattiiwwan Madaallii

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Safartuulee

Ka’umsa

Mannii

Tarkaanfiilee













W1

W2

W3

W4

W5




Maamila

  1. Amantaa uummataa guddisuu

Amantaa uummataa dabale %

45

50

55

60

65

70

Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa




  1. Itti quufinsa qophii karoora dabaluu

Itti quufinsa dabale (%n)

43

50

55

59

66

70




Faayinaansii

  1. Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa fooyyessuu

Bu’aa qabeessummaa baajata fooyya’e %’n

70

71

75

80

90

95

Sagantaa bulchiinsa baajataa




  1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

15

12

10

8

7

5

Sagantaa to’annoo qabeenya

Adeemsa Hojii Keessa


  1. Qulqullinaa fi yeroo gabaasa fooyyyessuu

Gabaasa dogoggora malee dhiyaate %’n

50

55

60

65

70

75

Sgantaa qophii hirmaannaa karooraa

Sagantaa to’annoo, hordoffii fi gamaaggamaa








Gabaasa yeroon qindaa’ee dhiyaate %’n

30

35

50

65

85

100







  1. Hojimaata hordoffii fi gamaaggama raawwii karoora daandii fooyyeessuu

Uwwusa hordoffii fi gamaaggamaa dabale %’n

65

68

73

77

84

90









Qulqullina raga dabale %n

30

40

50

60

70

80









Duub-deebiin kenname %’n

30

40

55

70

90

10







  1. Walitti dhufeenya qophii karooraa irratti jiru fooyyeessu

Yeroo walitidhufenyaa dabale (No. of contacts)

2

2

3

4

4

4







  1. Hirmaannaa qophii karoora daandii irratti guddisuu

Hirmaannaa dabale (%’n)

30

35

40

50

55

60







  1. Kenniinsaa tajaajilaa fooyyesuu

Kenna tajaajila fooyya’e (%’n)

51

63

70

78

85

95

Sagantaa fooyya’iinsa JBAH

Ijaarsa Dandeettii

  1. Dandeetti fi gahumsa qophii karoora guddisuu

Raawwii hojii fooyya’e (%n)

54

60

68

74

80

85

Sagantaa fooyya’insa QHN




  1. Itti fayyadama IT guddisuu

Itti fayyadama IT dabale (%n)

20

40

55

65

75

90

Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




  1. Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu

Hojjetoota aadaa hojii gaarii horatan (%n)

30

50

60

70

80

90

Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu





        1. I
          Kaaskeedingii SMBKT
          skoorkaardii Garee Qorannoo

Ibsa Hojii(purpose statement): Adeemsa hojii karoora, sagantaa, hordoffii fi gamaaggamaa keessatti ergama, mula’taa fi tarsiimoo ATDO akka galma ga’uu hojiiwwan ijoo qorannoo daandii baasummaa(pre-feasibility study) haala ulagaalee filannoo daandii irratti hunda’uudhaan gaggeessuu akkasumas, qo’annoo daandii haala itti fufiinsa qabu gaggeessuun bu’aawwan argamanii fi kan bu’a qabeessa ta’an babal’isuun, haala qabatama misoomaa daandii kennamu bu’uura godhachuudhan, teeknooloojii misoomaa daandii mijataa fiduu danda’u dhiyyeessuu dha..


Garee Garee Qorannoo

Kallattiiwwan Madaallii

Kaayyoolee Tarsiimo’aa

Safartuulee

Ka’umsa

Mannii

Tarkaanfiilee













W1

W2

W3

W4

W5




Maamila

  1. Amantaa uummataa guddisuu

Amantaa uummataa dabale %

45

50

55

60

65

70

Sagantaa sakatta’iinsa yaada uummataa




  1. Itti quufinsa uummata guddisuu

Itti quufinsa dabale (%n)

43

50


55

59

66

70




Faayinaansii

  1. Gahumsaa fi bu’a- qabeessummaa itti fayyadama baajataa guddisuu

Gahumsa itti fayyadama baajata dabale %’n

70

71

75

80

90

95

Sagantaa bulchiinsa baajataa




  1. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

15

12

10

8

7

5

Sagantaa to’annoo qabeenya

Adeemsa Hojii Keessa

  1. Qo’annoo daandii babal’isuu




Qo’annoo gaggeeffame (lakk.)

0

0

1

2

3

4

Piroojektii qo’annoo fi orrannoo

Sagantaa muuxannoo gaggaarii babal’isuu






  1. Qorannoo daandii babal’isuu

Qorannoo gaggeeffame keessaa kan hojii irra oole (%n)

10

15

25

35

40

50







  1. Kenna tajaajila foyyessuu

Kenna tajaajila fooyya’e %’n

51

63

70

78

85

95

Sagantaa fooyya’iinsa JBAH

Ijaarsa Dandeettii

  1. Dandeettii fi gahumsa draawwattootaa guddisuu

Hojjetoota dandeettii fi gahumsa horatan %’n

54

60

68

74

80

85

Sagantaa fooyya’insa QHN




  1. Itti fayyadama IT guddisuu

Itti fayyadama IT guddate %’n

20

40

55

65

75

90

Sagantaa bulchiinsa odeeffannoo




  1. Aadaa hojii fooyyessuu

Itti quufinsa hojjetoota dabale (%n)

30

50

60

70

80

90

Sagantaa badhaasaa/onnachiftuu





    1. Yüklə 4,87 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   ...   145   146   147   148   149   150   151   152   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin