Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə21/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   156

Ibsa Duudhaalee ATDO


  1. Ittigaafatamummaa

Manni hojii keenyaas akka tajaajilaa uummataa fi qaama mootummaa tokkootti dhimmootaa misooma, nageenyaa fi sirna dimookiraasii ijaarru keessatti gahee waan qabuuf ittigaafatamummaan uummataa fi mootummaan kan itti kennamee hubaachuun amantaadhaan sochoo’uun wantaa dursa kennamuuf ta’u qaba. Uummanni naannoo keenyaa faacaatii, ijaarsaa fi suphaa daandii irratti haala fedhii uummataa giddugaleefateen akka hojjatamuu ni barbaada. Kanaafuu, hoggansaa hanga hojjataa gad aanaa jiruu tarsiimoo mootummaan akka hojii irraa oluu baase dhugoomsuuf itti gaafatamummaa fudhatee sochoo’uun galmaan gahiinsa ergama, mul’taa fi kaayyoo mana hojii keenyaa murteessaa waan ta’eef ittigaafatamummaa dhuunfaa fi gareen ni qabaata.


  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin