Malaamaltummaa irratti kutannoon qabsaa’uu
Waajjirichi uummata bal’aan naannnoo keenyaa keessa jiraatu hundi tajaajilaa daandii akka argatuuf waan hojjechaa jiruuf heeraa fi seera hojimaata dhiheessaa daandiirratti hojjattoonii fi hoggantoon hundii loogii tokkoo malee iftoominaan gahee isaa bahuu qaba. Haaluma kanaan, ummannii/maamiltoon, qooda fudhattooni akkasumas, hoggansii fi raawwattoon mana hojiichaa malaanmaltummaa fi qisaasama gama hojimaataa fi qabeenyaa daandii irratti mul’achaa turan maqsuu qabsoo gaggeeffamuu keessatti hirmaachuudhaan deeggarsa barbaachisuu gochuun irraa eeggama.
Walumaagalaatti, qisaasamaa fi malaanmaaltummaa gama tajaajilaa, seeraa, maallaqaa, qabeenyaa fi kan biroo irratti mul’atan hoonggansii fi raawwattoon kutannoon irratti qabsa’uun waajjiriichii tajaajila iftoomaa fi gahumsa qabu uummataaf kennuun kan irraa eegamuu ta’a.
Dostları ilə paylaş: |