Maammiltoota (primary Customers)
-
Uummata/ lammilee/ Naannichaa
-
Abbootii Qabeenyaa/Dhaabbilee Misooma
-
Maanajimeentii fi Hojjattootaa ATDO
Qooda fudhattoota/dhimmamtoota ATDO (stakeholders)
Qaamoolee qooda fudhatootaa (stakeholders) jechuun ergama waajjira tokko galmaan ga’uurratti qaamoolee gahee ol’aanaa qaban/dhiibbaa uumuu danda’aniidha. Akkuma beekamu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Oromiyaa ergama isaa galmaan ga’uu keessatti qaamooleen qooda fudhatanu hedduudha. Qaamooleen raawwii Abbaa taayitichatiif gahee qaban hedduu kan jiran ta’ullee qophii Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo kana keessatti qaamoolee qooda fudhatootaa (stakeholders) jedhamani filataman gaheen isaani daran ol’aanaa ta’edha.
Haaluma kanaan, qaamolee qooda fudhatootaa ATDO akka arman gaditti dhiyaateera.
-
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
-
Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa
-
Manneen Hojii mootummaa Naannoo Oromiyaa
-
Bulchiinsa Godinaalee fi Aanaalee Oromiyaa
-
Manneen Hojii mootummaa Fedeeraalaa
-
Waajjira Fandii daandii Fedeeraalaa
-
Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Itiyoophiyaa
-
Ministeeraa Geejjibaa