Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə36/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   32   33   34   35   36   37   38   39   ...   156
Qabeenya humna Namaa

  • Ogummaa fi Dandeettii

  • Humni namaa oggummaa fi dandeettii qabu sadarkaa waajjira ol’aanaatti fooyya’aa ta’uu isaa




  • Hanqinni oggummaa fi dandeetti nama baratee Aanaalee fi Godinaaleerratti bal’inaan jiraachuu

  • Ramaddii ogummaan wal hinsimne gaggeessuu jiraachuu

  • Nama ogummaa fi dandeetti qabu simachuu dhabuu

  • Duudhaalee, ilaalchaa fi Aadaa

  • Tajaajilamtoota keessumeessuurratti faayya’insi jiraachuu

  • Aadaan hojii kabajuu fi ilaalcha tajaajilummaa giddugaleessaa godhachuu sadarkaa barbaadameerra gahuu dhabuu

  • Miira waliin hojjachuu/team spirit jiraachuu dhabuu

  • Rincicni/resistance hojii irratti jiraachuu

  • Haala mijaawaa naannoo hojii

  • Haallii naannoo hojii waajjira ol’aanaatti haala mijaa uummuuf jalqabbiinjiraachuu

  • Haalli hojii mijaawaa ta’e sadarkaa Godinaa fi Aanaatti kan hin jirre ta’uu isaa

  • Hojii misooma qabeenya humna namaa.




  • Dandeetti human namaa hojii irratti cimsuuf kan dandeesiisuuu karooraan qindaa’u dhabuu

  • Misooma humna nama cimisuuf carraa leenjii biyya alaa fi biyyaa keessaa duguuganii itti fayyadamu dhabuu

  • Bulchiinsa qabeenya humna namaa.




  • Labsii fi danbiileen hojjattoota siivilii tti fayyadamuun jalqabbiin jiraachuu.

  • Bulchiinsi qabeenya namaa seera bulchiinsaa fi hojjattoota mootummaatiin gaggeeffamu ta’uu isaa

  • Hojjetoota dhaabbataa, kontiraataa fi yeroo haala qajeelfaman gaggeesuu irratti hanqinni jiraachuu

  • Raamaddiin hojjattoota qajeelfamoota irratti kan hin hindoofne ta'uu isaa

  • Haanqinni qindeessaa fi fuunansa raga human namaa jiraachuu

  • Labsii fi danbiileen hojjattoota siivilii yoo jiraates hojjetaa hunda biratti hubannoon wal qixa ta'e jiraachuu dhabuu

  • Madaallii Raawwii




  • Sirni madaallii raawwii hojii fi badhaasa bu'aa irratti hundaa'e mana hojii, garee fi hojjettootaa jiraachuu dhabuu.

  • Mindaalee fi Faayidaalee

Ji'a ji'aan miindaa yeroon kaffaluun jiraachuu

  • Haallii kaffaltii mindaa dorgommii gabaa wajjiin kan wal hin simnee fi gadi aanaa ta’uu saa, faayidaan adda addaa ittiin hojjetoota hojii irrra tursuu fi onnechisuu dhabuu

  • Iskeeliin miindaa hawwachiisaa ta'e jiraachuu dhabuu

  • Iskeelii miindaa ogeessotaa tursiisu/harkisu jiraachuu dhabuu

  • Turtii hojjataa




  • Sababa iskeeliin miindaa gad aanaa ta'eef ogeessota tursiissuu dadhabuu


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   32   33   34   35   36   37   38   39   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin