Kennaa Tajaajilaa
| -
Humna namaa jiruun tajaajila kennuudhaaf yaaliin jiraachuu
| -
Hojjetaa baay'een tajaajila quubsaa laachuu kan isa dandeessisu Ogummaa(skill) kan hin qabne ta'uu
-
Akkaataa istaandaardii fi hojimaata JBAH qorratameen humni nama bakka hundaatti kan hin guutamee ta’uu saa
|
-
Itti quufinsa tajaajilamtoota
| -
Dhiheessi daandii baay’inaan waggaa waggaadhaan dabalaa dhufuu
-
Fedhii tajaajilamtootaa guutuuf sochiin godhamuu jajjabeessaa ta’u
| -
Uwwisni fi qulqullinni tajaajila bu’uura misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii guddachaa dhufullee fedhii hawaasaa sadarkaa gandaa fi aanaatti argamu waliin kan walhinsimne ta’úusaa
|
-
Tajaajila si’aayinaa fi saffina
| -
Maamilaaf tajaajilaa saffisaa laachuuf jalqabiin jiraachuu issaa
| -
Hojiin qorannoo fedhii maamilaa bu’uura godhatee fi ulaagaa kenna tajaajilaa fooyyeesuu geggeeffamuu dhabuu isaa
|
| -
Komii dhiyaateef yeroon deebii kennuun jalqabuusaa
| -
Akkaataa istaandaardii JBAH Ka’ameen tajaajilaa kessummeessaa kennuu dadhabuu
-
JBAH akka meeshaa oogansaatti fudhachuudhaan ittiin ooganamuu dhabuu
|
-
Fooyya’iinsaaf Kalaquu.(innovations for improvement)
|
| -
Kenna tajaajila fooyyessuuf haalli mijaa’an kalaquuf kakaasu jiraachuu dhabuu fi kan jirutti fayyadamuu dhabuu
-
Qo’annoo fi qorannoo irraatti hundaa’uudhaan si’aayinaa fi saffina kenna tajaajilaa foyyeessuuf yaaliin kan hin jirre ta'uu isaa
|