Maamila
| -
Fedhii maamiltootaa fi tajaajilamtootaa guutuuf sochiin godhamuu jajjabeessaa ta’u
| -
Karoorri qooda fudhattoota qixa barbaadameen hirmaachisuu dhabuu
-
Uwwisni, fedhii fi qulqullinni tajaajila misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii guddachaa dhufullee fedhii hawaasaa sadarkaa adda addatti argamu waliin kan walhinsimne ta’úusaa
-
Hojiin qorannoo fedhii maamilaa bu’uura goodhatee dhabamuu isaa
-
Daandii uummataa (baadiyyaa fi magaaloota) keessatti haala barbaadamuun babal’achuu dhabuu
| -
Mootummaan daandii misoomsuuf xiyyeeffannoo kenna jiraachuu
-
Kutannoo siyaasaa dimokiraasii, misooma ittifufiinsa qabu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf jiraachuu isaa.
-
Muuxannoon hawaasni daandii misoomsuu, kunuunsu, fi bulchuurrati jiru abdachiisa ta’u
-
Hirmaannaa fi deeggarsi uummataa fi qooda fudhattootaa gudachaa dhufuu
| -
Aadaan uummanni eegumsaa fi kunuunsa daandii irraatti qabuu gadi aanaa ta’uu isaa
|
Faayinaasii
| -
Sirna to’annoo faayinaasitiif kan ta’u kan akka IBEXtti fayyadamuu jalqabbiin jiraachuu.
-
Hawaasa sochoosuun maddii maallaqaa misooma daandiif maddisiisuu irratti jalqabbii gaariin jiraachuu
| -
Hordoffii fi to’annoon baajata laafaa ta’u
-
Gabaasa argannoo buáa odiitii booda tarkaanfiin sirreeffama fudhatamu laafaa ta’uu isaa
-
Baasii fi bu’aan raawwii hojii walsimuu dhabuu
-
Bittaa fi caalbaasiin gaggeeffamu iftoomina, si’aayinaa fi qulqullina haala barbaaddameen kan hin qabaanne fi raawwiin isaas harkifataa ta’uu
-
Hanqinni baajata sadarkaa adda addaatti jiraachuu
| -
Meeshaalee fi tajaalilli barbaachisaan haala gaatii salphaa ta’een argachuun jiraachuu
-
Dhaabbileen liqii kennaanii fi qaamni fandii suphaa daandii kennuu jiraachuu
-
Imaammatni dinagdee gabaa bilisaa jiraachuu
| -
Buusiin qabeenyi uummatni misooma daandii irratti taasisuu oomisha isaan gurgurataniif gabaan wal arguu dhabuu
-
Qalayina sharafa biyya alaa dabaluu fi humni bittaa maallaqaa dadhabaa ta'u
-
|