Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə45/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   41   42   43   44   45   46   47   48   ...   156
Sakattaa’iinsa
ojiilee misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandiif xiyyeeffannoon kennamuu isaa

  • Qabeenyaa bal’aan naanichaa keessaa jiraachuu

  • Waldaaleen hawaasaa gurmaa’an jiraachuu

    • Caaseeffamni adeemsarratti hundaa’ee hojjachiisuu jiraachuu (process based Organizational Structure)



    • Misoomaa fi bulchiinsi qabeenya daandii qulqullinaa fi sadarkaa barbaadameen raawwatamu dhabuu




    Ijaarsa Dandeetti

    • Sirni teknoolojii hammayyatti fayyadamuu fi qabiinsi ragaa jalqabbiin jiraachuu

    • Kutannoo fi kaka’umsaa hojiif xiyyeeffannaan hanga tokko jiraachuu

    • Humni namaa ogummaa fi dandeettii qabu sadarkaa waajjira ol’aanaatti fooyya’aa ta’uu isaa

    • Haalliteeknooloojjii wal qunnamtii waajjira ol’aanaa (bilibila, faaskii fi poosta) foyya’aan jiraachuu

    • Sochiin leenjii dandeettii humna raawachisummaa misooma humna namaa irraati jiru jalqabbiin jiraachuu



    • Aadaan hojii kabajuu fi ilaalcha tajaajilummaa giddugaleessaa godhachuu sadarkaa barbaadameera gahuu dhabuu

    • Hanqinni dandeetti jiraachuu

    • Miira waliin hojjachuu(team spirit) dhabuu

    • Dandeetti huma namaa hojii irratti cimsuuf kan dandeesiisuuu karooraan qindaa’e dhabuu

    • Misooma humna nama cimisuuf carraa leenjii biyya alaa fi biyyaa keessaa duguuganii itti fayyadamu dhabuu

    • Rincicni(resistance) hojii jiraachuu

    • Sirni madaallii fi badhaasa raawwii hojii mana hojii, garee fi hojjettootaa jiraachuu dhabuu.

    • Itti fayyadama teeknooloojii guddisuu dadhabuu

    • Hojjattoota oggummaa fi dandeettii qabaan simachuu fi hojiirra tursiisuu dadhabuu

    • Ramaddiin ogummaan wal hinsimne gaggeessuun jiraachuu

    • Kenna tajaajila fooyyessuuf haalli mijaa’an kalaquuf kakaasu jiraachuu dhabuu fi kan jirutti fayyadamuu dhabuu

    • Qo’annoo fi qorannoo irraatti hundaa’uudhaan si’aayinaa fi saffina kenna tajaajilaa foyyeessuuf yaaliin godhamu hanga barbaaddameen hojjatamuu dhabuu.




    • Teeknoloojiiwwa hammayyaa fi bu’aa-qabeessa ta’an gabarraa jiraachuu

    • Meeshaalee fi tajaalila barbaachisaan carraa gabaa bilisaan jiraachuu

    • Yunivasiitiiwwanii fi wiirtuuleen leenjii (BLTO, Leenjii qote bultoota FTC fi kan biroo ) jiraachuu






    Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
    1   ...   41   42   43   44   45   46   47   48   ...   156




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin