Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə48/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   44   45   46   47   48   49   50   51   ...   156
Sakatta’iinsa
isooma ijaaraamee hojiif oole hawaasni miira abbummaa qabaatee akka eeguu fi kunuunsu hubannoo uumuu

  • Fedhii fi dhiheessa tajaajila daandii akka walsimuuf ciminaan hojjachuu

  • Muuxannoowwan gaggarii addaan baasuun akka babal’atu gochuu

  • Hubannoo abbootii qabeenyaa guddisuu fi jajjabeessuun hirmaannaa isaanii misoomaa fi suphaa daandii keessatti qaban cimsuu

  • Abbootii qabeenyaa misooma daandii keessatti qooda fudhatan tajaajila qulqullinaa fi sadarkaa isaa eeggate akka kennan gama mootummaatiin hordoffii fi deeggarsa barbaachisaa kennuu

  • 8

    Qindoomni hojii sekteerotaa fi qoodafudhattootaa waajjiriichaa waliin laafaa ta’u

    • Hojii to’annoo daandii cimsuuf wal-ta’iinsa qaamota raawwatanii guddisuu

    • Abbootii qabeenyaa fi hawaasaa seerota daandii kabaachisuu keessatti hirmaanaa isaanii akka cimsan qindoominaan waliin hojjachuu

    9

    Dhimmoota adeemsaalee hunda ilaallatu(cross cutting issues) qindoominaan rawwachuu fi haala barbadamuun bu’aa fiduu dhabuu

    • Imaammattoota , sagantaalee, seerotaa fi qajeelfamoota dhimma dubartootaa, dargaggootaa fi daa’immanii ilaalchisee bahan Abbaa Taayitiicha keessatti sadarkaa hundarratti itti fufiinsaan hojiirra oolchuu

    • Misoomaa fi suphaa daandiilee keessatti dubartootaa fi dargaggoota hirmaachisuun fayyadamtoota taasisuu

    • Caasalee Abbaa Taayitiichaa, koreewwan adda addaa, gurmaa'ina hawaasaa fi gumiiwwan adda addatti fayyadamuudhaan dimmaa HIV/AIDS irratti xiyyeeffannoon hojjachuu

    • Dhimmoota koriniyaa ilaallatan hundaa waajjiriichaa keessatti idileessuu

    10

    Dandeettii raawwachisummaa hooggansaa fi raawwattootaa misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii sadarkaa adda addaatti argamaan gadii aanaa ta’uu isaa


    Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
    1   ...   44   45   46   47   48   49   50   51   ...   156




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin