Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə49/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   45   46   47   48   49   50   51   52   ...   156
A. Hanqina Dandeettii

  • Sirna siviil sarvisii bahu irratti hundaa'uudhaan dandeettii raawwachiisummaa hoggansa ol'aanaa fi raawwattoota akka cimuuf hojjechuu

  • Raawwattootaa raawwii hojii fi bu’aa qofaan madaaluu

  • Barnootaa fi leenjii irratti xiyyeeffachuun dandeettii raawwachiisummaa hoggansaa fi raawwataa cimsuu.


B. Ilaalcha

  • Hoggantootaa fi raawwattoota sadarkaa sadarkaan jiran kaka’umsaa fi si’oominaan hojjachuu dandeessisu akka horatu gochuu

  • Hoggantoonii fi hojjatooni ilaalcha miira tajaajiltumaa qabaachuun uumata tajaajila fedhii hawaasaa irratti hundaa’e kennuu akka dand’an taassisuu

  • Hoggantoonii fi hojjatoon sadarkaa sadarkaan jiran qophaa’ina jijjiramaa horachuun galma ga’iinsa tarsiimichaattiif akka gumaachaan irratti hojjechuu.

  • Sirna TCHN fi hirmaannaa uummata cimsuu dandeessisuu diriirsuu


C. Dhiyeessii

  • Hojjattootni sadarakaa sadarkaan jiran dandeettii itti fayyadama TQOn akka cimsatan taasisuu

  • Hojimaataa fi gurmaaínsaa siviil sarvisii saffisiisuu danda’u rakkoowwan dhiyeessaa ijoo ta’an hiikuun seera , dambiilee fi qajeelfamoota ba’an hojiirra oolchuu

  • Sirna hordoffii fi gamaaggamaa bu’a qabeessa taé diriirsuun hojiirra oolchuu

  • Muuxannoowwan gaggarii addaan baasuun akka babal’atu gochuu




        1. D
          Sakatta’iinsa
          himmoota ijoo ciminaa fi carraa gaarii irraa maddaan fi tooftaa itti fayyadama isaanii (enablers)





Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   45   46   47   48   49   50   51   52   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin