Finfinnee Waxabajjii, 2003


Misoomaa Daandii (Road Development)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə53/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   49   50   51   52   53   54   55   56   ...   156
Misoomaa Daandii (Road Development)

  • Bulchiinsa Qabeenya Daandii ( Road Asset Management))


    Uummata


    Toora Xiyyeeffannoo




    Dhimmamtoota

    Imaammata/tarsiimoo Duudhaale

    Pains&Enabler

    Uummata


    Faayinaansii

    Ade. Ho keessaa

    Ijaarsa dan.




      1. I
        Toora Xiyyeeffannoo
        bsa Toora Xiyyeeffannoowwanii

        1. Misoomaa Daandii (Road Development)


    Uummanni bal’aa naannoo keenya keessatti argamu gaaffilee fi fedhii dhiheessaa daandii deebi’uu qaban hedduu qabaachuun isaa ni beekama. Gaaffilee fi fedhii kana sadarka sadarkaadhaan sochii uummataa uumuudhaan deebisuun waliin gahiinsa facaatii daandii sadarkaa magaalaa fi baadiyyaatti babal’isuun gumaachaa ol’aanaa qaba.

    Akka haala qabatamaa Abbaa Taayitaa Daandiiwwwanii Oromiyaatti karoora guddinaa fi tiranisfoormeeshiinii buu’ura godhachuun guddina gama ijaarsaa daandiitiin waggootan shanaan darban galmaan gahaa ture caalmatti cimsuun uummanni keenya callaa guddiftuu gara qe’ee isaatti fiduuf, tajaajila barnoota, fayyaa, gabaatti oomisha isaa itti gurguruu argachuuf, investimeentii misooma adda addaatti hirmaachuun galii isaa guddisuun akka lammiitti biyyaa isaarraa fayyadamee deebi’ee biyyaa isaa fayyaduuf daanddiin jiraachuun hunda caala dhimma xiyyeeffannaan kenamuuf qabu akka ta’e nu hubachiisa. Kanaafuu, daandii babal’isuun uummanni tajaajila geejjibaa ammayyatti fayyadamuun yeroo isaa qusatee misooma irratti akka hirmaatu gochuun hiyyummaa hir’isuu keessatti dhimmaa bira darbamu miti. Ittigaafatamummaan kuni immoo ATDO fi uummataa bal’aa naaniichatiif kan kennamee dha.

    Mootummaan uwwiisa daandii akka biyyaatti sadarkaa gadi aanaa irra jiru jijjiirudhaaf bara 1989 irra calqabee bifa itti fufiinsa qabuun sagantaalee misooma daandii wixxineessee socho’aa turee jira. Sochii kana keessatti daandii bonaa gannaa tajaajiluu danda’u km 13330tti Mootummaan olguddisuuf yaalamus fedhii uummatni daandii irratti dhiyeessa jiru gutuudhaan jijjirama gama daandiin galmaa’uu qabu guddina haala diinagdee fi haawasummaa naannichaa keessaatti taphachuu qabu humna guutuun shoora gama daandiin eeggamu ba’uu hindandeenye.

    Gama biraatiin uummatni keenya fedhii daandii irraa qabu kan ka’e humna isaatiin jechuun hirmaannaa uummataatiin daandii bona qofa tajaajila kennuu danda’u km 33,383 ijaaree jira. Fedhii gama uummataatiin daandii irratti dhiyaachaa jiruu fi shoora daandiin guddina diinagdee fi haawasummaa akkasumas, jijjirama jiruu fi jireenya uummata keenyaa keessatti qabu akka mootummaatti kan hubatamu ta’us humna biyyitiitin wal-bira qabamee yoo ilaallamu rakkisa ni ta’a.

    G


    Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
  • 1   ...   49   50   51   52   53   54   55   56   ...   156




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin