|
K
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
aayyoolee Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa
|
səhifə | 58/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| K
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
aayyoolee Toora Xiyyeeffannoo Tarsiimo’aa Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa Toora Xiyyeeffannoo Misoomaa Daandii (Road Development)
Kallattiiwwan Madaallii
|
Kaayyowwan Tarsimoo’aa(Strategic Objectives)
|
Uummata/Lammii (society/citizens)
| -
Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu
-
Itti quufinsa Uummata/lammi dabaluu
-
Itti fayyadamummaa Uummata/Lammii guddisuu
|
Faayinaansii(finance)
| -
Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa itti fayyadama baajataa dabaluu
-
Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu
|
Adeemsa hojii keessaa (internal Process)
| -
Qulqullinaa ijarsa daandii dabaluu
-
Sadarkaa daandii ol’guddisuun fooyyessuu
-
Haguuggii daandii dabaluu
-
Dhiheessa tekinoloojii fi galteewwan misooma daandii guddisuu
-
Qo’annoo fi qorannoo ijaarsa daandii babal’isuu
-
Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu
-
Hirmaannaa ummataa fi qindoomina qooda fudhattoota guddisuu
-
Gahumsa dargaggoota fi dubartootaa foyyessuu
-
Qindoomina dhimmoota sektaroota hundaa guddisuu
-
Hojimaata karooraa, hordoffii, deeggarsaa, gamaaggamaa fi duub-deebii fooyyeessuu
-
Kenniinsa tajaajilaa fooyyesuu
|
Ijaarsa dandeettii
| -
Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu
-
Dhiyeessii fi itti fayyadama teeknoloojii guddisuu
-
Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu
|
Bu’aa Tarsiimoo’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale
K
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
aayyoowwan Tarsiimoo’aa Toora Xiyyeeffannoo Bulchiinsa Qabeenya Daandii(Road Asset Management) Bu’aa Tarsiimoo’aa: Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne
Kallattiiwwan Madaallii (Perspectives)
|
Kaayyoowwan Tarsiimo’aa (Objectives)
|
Lammii/Maamila (Customer)
| -
Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu
-
Itti-quufinsa Uummata/Lammii guddisuu
-
Itti fayyadamummaa Uummata/Lammii guddisuu
|
Faayinaansii(finance)
| -
Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa itti fayyadama baajataa dabaluu
-
Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu
|
Adeemsa hojii keessaa
(Internal Process)
| -
Qulqullinaa suphaa daandii dabaluu
-
Uwwisa suphaa daandii dabaluu
-
Bulchiinsa qabeenya daandii fooyyessuu
-
Dhiheessa tekinoloojii fi galteewwan suphaa daandii guddisuu
-
Qo’annoo fi qorannoo suphaa daandii babal’isuu
-
Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu
-
Hirmaannaa uummataa fi qindoomina qooda fudhattoota guddisuu
-
Gahumsa dargaggootaa fi dubartootaa fooyyessuu
-
Qindoomina dhimmoota sektaroota hundaa guddisuu
-
Hojimaata karoora, hordoffii, deeggarsaa, gamaaggamaa fi duub-deebii fooyyeessuu
-
Kenniinsa tajaajilaa fooyyesuu
|
Ijaarsa dandeettii
| -
Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu,
-
Dhiyeessii fi itti fayyadama teeknoloojii guddisuu,
-
Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu,
|
I
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
bsa Kaayyolee Tarsiimo’aa (Strategic objectives commentary)
Dostları ilə paylaş: |
|
|