Finfinnee Waxabajjii, 2003


G Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə62/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   58   59   60   61   62   63   64   65   ...   156
G
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
ahumsaa fi bu’aa qabeessummaa itti fayyadama baajataa dabaluu


Ibsa: Karoora mana hojii tokko galmaan gahuu keessatti gaheen baajatni qabu murteessaa waan ta’eef sirna itti fayyadama baajataa keenyaa guddisuun, baajata muraasa qabnuun hojii bu’a qabeessaa fi fedhii hawaasaa guutuu danda’u raawwachuu qabna.

Kana dhugoomsuufis, karoorri qophaa’u hojiiwwan ijoo ta’an wal duraa duubaan kaa’uun baajata murtaa’aa jirutti fayyadamuun bu’aa ol’aanaa argamsiisuuf baajata ramadamu akkaataa seera faayinaansii eeggateen hojii ramadame qofaaf oolchuun barbaachisa dha.

Raawwii hojii fi itti fayyadama baajataa irratti xiyyeeffannoo guddaa kennuun bu’aa raawwii karooraa fi fayyadama baajataa yeroo yeroodhaan maadaaluun tarkaanfii sirreeffamaa barbaachisu fudhachuun barbaachisaa dha. Dabalataanis, haalli itti fayyadama baajata seera faayinaansii qixa eeggateen kan raawwatame ta’uu isaa hordofuun tarkaanfii barbaachisaa ta’e fudhachuu barbaachisa.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   58   59   60   61   62   63   64   65   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin