Bu’aa: Baajata hojii karoorafameef oole
Milkaai’ina: Bu’aa qabeessummaa baajataa dabale
-
Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu
Ibsa: Qabeenya raawwii karoora mana hojii tokkoo keessatti murteessaa kan ta’ee dha. Itti fayyadamaa qabeenya meeshaa dhaabbataa fi dhumaataa kan dabalatu ta’ee baajatata mootummaan ramaduun kan bitaman waan ta’eef faayidaa haala bu’aa qabeessaan sochii misoomaa daandiitiif oolchuun murteessaa dha.
Gama biraatiin, bittaa qabeenyaa irraa jalqabee itti fayyadamaa, kunuunsaa fi eegumsaa karaa itti gaafatamummaa qabaatee fi foyya’aa ta’e irratti hoggansi, raawwataa fi qaaamni ilaallatu hundi hubannoo gahaa argatee, miira abbummaa horatee meeshaa uummataa fi mootummaa dhaabbataas ta’e dhumataa hojii barbaadame qofaaf akka itti fayyadamu taasisuun hojii xiyyeeffannoo argachuu qabudha.
Dostları ilə paylaş: |