Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Qulqullina ijaarsa daandii dabale Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə65/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   61   62   63   64   65   66   67   68   ...   156
Bu’aa: Qulqullina ijaarsa daandii dabale

Milkaa’ina: Daandii tajaajila itti fufiinsa qabu kenne

  1. Sadarkaa daandii ol’guddisuun fooyyeessuu

Ibsa (Description): Daandiilee sadarkaa adda addaan (design standard) ijaaraman adeemsa keessa fooyyessaa deemuun gara istaadardii itti guddachuu malaniitti guddisuun dhimma xiyyeeffannoo barbaaduu dha. Haaluma kanaan, daandiilee tajaajila kennaa jiran haala fedhii fi guddina misooma irrtti hundaa’uudhaan sadarkaa bifa tajaajila kana barbaachisu simachuu danda’uutti ol’guddisuun murteessa dha. Waan kana ta’eef, ATDO’n daandii tajaajila kenna jiran haala barbaachisummaatiin sadarkaa olkaasuuf qorannoo haala daandii (roads conditions survey) adeemsisuudhaan ijaarsa (upgrading) sadarkaa fooyyessuu taasisuu fi irraa deebisaanii haaromsuudhaan (rehabilitations) qulqullinaa fi tajaajila yeroo dheera akka qabaatuu taasisuuf irratti xiyyeeffatee hojjachuu qaba.


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   61   62   63   64   65   66   67   68   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin