Finfinnee Waxabajjii, 2003


B Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə72/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   68   69   70   71   72   73   74   75   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
B
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
u’aa
: Dargaggootaa fi dubartoota gahumsii isaanii fooyya’e

Milkaa’ina: Dargaggootaa fi dubartoota dorgomaa ta’uu danda’an

  1. Qindoomina dhimmoota sektaroota hundaa guddisuu

Ibsa: Koorniyaa, dargaggootaa fi HIV/AIDS fi kkf. dhimma gurguddoo Abbaa Taayitaa keessatti idilaa’anii xiyyeeffannaa aragachuun irratti hojjatamu barbaadu dha.

Misooma daandii keessatti hojii kana bu’a qabeessa taasisuuf hojimaata fooyya’aa ta’e diriirsuu, hubannoo uumuu fi akka idilaa’anii hojjataman gochuun dhimma irratti xiyyeeffatamee hojjatamu dha.

Bu’aa: Uwwisa dhimmota sekteroota hundaa dabale

Milkaa’ina: Jijjirama amalaa mirkanaa’e


  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   68   69   70   71   72   73   74   75   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin