Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Qisaasama qabeenyaa hir’ate Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə83/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   79   80   81   82   83   84   85   86   ...   156
Bu’aa: Qisaasama qabeenyaa hir’ate

Milkaa’ina: Bu’aa qabeessummaa qabeenyaa dabale

Ibsa (Description): Fedhi suphaa daandii babalachaa jiru keesstti mootummaan ummataaf suphaa daandii qulqullinaan dhiheessuun fedhiin hawaasaa akka guutamu taasisuu qaba. Kaayyoo kana dhugoomsuuf, haala fedhii uummataa irratti hundaa’een suphaa daandii qulqullina qabu akka bakka hundatti babal’atu xiyyeeffannoon ni hojjetama. Akkasumas, qulqullina suphaa daandii egsiisuudhaaf karooraan qindeessuun, hordofuu fi to’achuun suphaa daandii qulqullina isaa eeggatee tajaajila itti fufiinsa qabu uummataaf akka kennaan taasisuu dha.

Dabalatanis, suphaa daandii keessatti qorannoo irraa kaasee hanga xumuraatti hordoffii fi gamaaggamaa yeroorratti hundaa’e cimsuudhaan hanqina qulqullina suphaa daandii irratti mul’atu to’annoo wal irra hin cinne taasisuun gabaasaa fi duubii-deebii dhiheessuun hojjatamu qaba.




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   79   80   81   82   83   84   85   86   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin