Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Muuxannoowwan gaggaarii suphaa daandii adda bahanii qindaa’an Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə88/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   84   85   86   87   88   89   90   91   ...   156
Bu’aa: Muuxannoowwan gaggaarii suphaa daandii adda bahanii qindaa’an

Milkaa’ina: Muuxannoowwan gaggaarii suphaa daandii babal’atan

              1. Hirmaannaa uummataa fi qindoomina qooda fudhattoota guddisuu

Ibsa: Hirmaannaa uummataa fi qindoomina qooda fudhattotaa guddisuu jechuun uummataa fi qaamolee adda addaa humnoota misoomaa ta’ani fi naannicha keessa jiran hojiilee gama suphaa daandii irratti haala iftoominaa fi itti gaafatamummaa qabuun karoorsuu irraa kaasee hanga raawwii madaaluutti akkasumas bu’aa argame irraa gama hundaan fayyadamaa taasisuu dha.

Kana dhugoomsuuf, haala gurmaa’insaa fi hojimaata qaamolee sadarkaa hunda irratti argaman hirmaachisuu danda’u diriirsuu fi hojii irraa oolchuudhaan gama tajaajila gama suphaa daandiitiin eeggamu fiduuf ga’ee guddaa akka taphatan ni taasifama.

S


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   84   85   86   87   88   89   90   91   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin