Finfinnee Waxabajjii, 2003


Gumeessa (Executive Summery)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə9/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   ...   156

Gumeessa (Executive Summery)


Sirni madaallii bu’aa karoora tarsiimoo (SMBKT)n rifoormota akka biyyoolessaattis ta’e akka naannoo keenyaatti gaggeeffamaa jiran keessaa isa tokko ta’uun isaa ni beekama. Sirna madaallii bu’aa karoora tarsiimoo (SMBKT)n meeeshaa ooggansa karooraa ta’uun hubatamee sochiin rifoormii naannoo keenyaa keessatti eegalameera. Haaluma kanaan, ATDOn ergamaa fi mula’ata misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii milkeessuu fi kaayyoo gahuu keessaatti shoora ol-aanaa akka qabaatu itti amanamee qophiin maanuwaalii sirna madaalli bu’aa karoora tarsiimoo (SMBKT)n akka qophaa’u ta’ee jira.

Haaluma kanaan, koreen tekinikaa qophii maanuwaalichaa fi manajimeentii mana hojii qindoominaan sadarkaa sadarkaan maree gaggeessuu fi hordoffii wal-irraa hin cinnee taasisuun qophii maanuwaalii kanaa haalaan gabbisuuf yaalameera.

Qabiyyeen karoora kanaa karoora tarsiimoo’aa SPM kanaan dura ture irra fooyya’aa fi yaad-rimee bal’aa kan qabu ta’ee akka waliigalaatti kutaa gurguddaa lamaa fi sadarkaa sagal kan hammatu dha. Isaanis:



  1. Yüklə 4,87 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
1   ...   5   6   7   8   9   10   11   12   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin