Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Uwwisa hordoffii fi gamaaggamaa dabale Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə91/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   87   88   89   90   91   92   93   94   ...   156
Bu’aa: Uwwisa hordoffii fi gamaaggamaa dabale

Milkaa’ina: Uwwisa duub-deebii dabale

Ibsa: Uummatni naannichaa suphaa daandii gaggeeffamaa jiru irraa tajaajila wal irra hin cinnee argachuuf hawwii kan qabu ta’uu isaa irrayyuu mirgas kan qabu waan ta’eef Sektarichi tajaajilootaa fi deggarsa itti fufinsa qabu uummata biraan gahuuf dirqama qaba. Kaayyoo kana dhugoomsuuf, tajaajila gama waajjirichaatiin laatamu akkaataa istaandaardii kaa’ameen hojii irra ni oolcha. Hanqinoota isaanii hordoofuu fi tajaajilamaa irraa duub-deebii sassaabuudhaan yeroo yerootti tarkaanfii fooyya’insa kenninsa tajaajilaa fudhachuun barbaachiisaa dha..

Tajaajilli mana hojichaa irraa eeggamu fedhii maamila kan giddu galeessa godhate taasisuun, argannoowwan meeshaalee rifoormii (jijjiiramaa) yeroo yeroon sakatta’uun teeknoloojii ammayyaatiin hidhachiisuu, miira tajaajiltummaa fi ilaacha uummatummaa horate uumuu dha.




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   87   88   89   90   91   92   93   94   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin