Finfinnee Waxabajjii, 2003


B Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə92/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   88   89   90   91   92   93   94   95   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
B
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
u’aa:
Kenniinsi tajaajilaa fooyya’e

Milkaa’ina: Itti quufiinsa ummataa dabale

              1. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu

Ibsa (Description): Galma ga’insa karoora trsiimoo keessatti dandeettii fi gahumsi hoggantootaa fi raawwattootaa murteessaa waan ta’eef, carraa leenjii fi barnootaatti fayyadamuun gahumsa isaanii ol’guddisuudhaan hojiilee hoggananii fi raawwatan adda baasanii beekuu fi ittiin hojjachuu akka danda’an gochuun barbaachisaa dha. Mana hojichaa keessatii sadarkaa ol’aanaa hanga gaditti beekumsaa fi ogummaa hoggantootaa fi raawwattootaa dabaluudhaan imaammata, tarsiimoo fi kallattiiwwan mootummaan hordofaa jiru irratti hubannoo ilaalchaa, dandeettii, deggarsaa fi hordoffii akkasumas, dhiyyeessa irratti qaban cimsuu, yeroo yeroodhaan duuka bu’anii hanqinaalee gama kanaan jiran furuudhaan dandeettii karoorsuu, raawwachuu fi gamaaggamuun tarkaanfii sirreessaa akka fudhatanii adeemsa hojii isaanii fooyyeffatan taasisuun barbaachisaa dha.

Bu’aa: Gahumsa dandeettii raawwachisummaa fooyya’e

Milkaa’ina: Raawwii hojii fooyya’e

              1. Dhiyeessii fi itti fayyadama teeknoloojii guddisuu


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   88   89   90   91   92   93   94   95   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin