|
Misoomaa Daandii (Road Development)
|
səhifə | 96/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Misoomaa Daandii (Road Development)
Bu’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale
Uummata/Lammii (society/citizens)
|
|
Faayinansii (finance)
|
|
Adeemsa Hojii Keessaa (internal process)
|
|
Ijaarsa Dandeettii
|
|
Maappii Tarsiimoo’aa
-
Maappii Toora xiyyeeffannoo tarsiimo’aa 2ffaa :
Bulchiinsa Qabeenya Daandii
Bu’aa tarsiimo’aa : Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne
Uummata/Lammii (society/citizens)
|
|
Faayinansii (finance)
|
|
Adeemsa Hojii Keessaa (internal process)
|
|
Ijaarsa Dandeettii
|
|
Maappii Tarsiimoo’aa
Maappii walii-galaa (ORA Corporate Map) ATDO
Kaayyoolee Maappii Walii-galaa
-
Kallattiiwwan madaallii
|
Kayyoolee Tarsiimaa’oo Maappii wali-galaa(Corporate Strategic Objectives)
|
Uummata/Lammii
| -
Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu
-
Itti quufinsaa Uummata/Lammii guddisuu
-
Itti fayyadamummaa Uummata/Lammii guddisuu
|
U-1
U-2
U-3
|
Faayinaansii
| -
Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa itti fayyadama baajataa dabaluu
-
Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu
|
F-1
F-2
|
Adeemsa Hojii Keessaa
| -
Qulqullinaa daandii dabaluu
-
Uwwisa suphaa daandii dabaluu
-
Bulchiinsa qabeenya daandii fooyyessuu
-
Sadarkaa daandii olguddisuun fooyyessuu
-
Haguuggii daandii dabaluu
-
Dhiheessa teeknooloojii fi galteewwan daandii guddisuu
-
Qo’annoo fi qorannoo daandii babal’isuu
-
Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu
-
Hirmaannaa uummataa fi qindoomina qooda fudhattoota guddisuu
-
Gahumsa dargaggootaa fi dubartootaa fooyyessuu
-
Qindoomina dhimmoota sektaroota hundaa guddisuu
-
Hojimaata karooraa, hordoffii, deeggarsaa, gamaaggamaa fi duub-deebii fooyyessuu
-
Kenniinsaa tajaajilaa fooyyesuu
|
AK-1
AK-2
AK-3
AK-4
AK-5
AK-6
AK-7
AK-8
AK-9
AK-10
AK-11
AK-12
AK-13
|
Ijaarsa Dandeettii
| -
Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu
-
Dhiyeessii fi itti fayyadama teeknoloojii guddisuu
-
Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu
|
ID-1
ID-2
ID-3
|
Maappii Tarsiimoo’aa
-
Maappii Toora Xiyyeeffannoo 1ffaa
Misoomaa fi Bulchiinsa Qabeenya Daandii (Road Development & Asset Management)
Bu’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabalee itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne
Uummata/Lammii (society/citizens)
|
|
Faayinansii (finance)
|
|
Adeemsa Hojii Keessaa (internal process)
|
|
Ijaarsa Dandeettii
|
|
I
Maappii Tarsiimoo’aa
bsa Kaayyoolee Tarsiimoo’aa Waliigalaa (Corporate Level Strategic Objectives Commentary) -
Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu
Ibsa: Ergamaa fi itti gaafatamummaa mootummaan waajjirichatti kenne galmaan gahuuf uummata amanamummaa fi haqaan tajaajiluun amantaa uummatni amantaa waajjiricha irratti akkasumas mootummaa irratti guddisuun barbaachisaa ta’a. Galma gahinsa kaayyoo kanaaf, amantaa uummatni nu irratti qabu madaalaa adeemuun waajjiricha keessatti hojii hojjetamu yreoo yeroon madaalaa adeemuun, fooyyessaa adeemuun, amantaa uummataa guddisaa addeemuun barbaachisaa ta’a.
Haaluma kanaan waajjira keenya keessatti siivil sarvaantii ilaalcha uummatummaa qabu uumuun uummatni tajaajila saffisaa, qulqullina qabu fi loogii irraa bilisa ta’e haala itti fufinsa qabuu fi walirraa hin citneen akka argatu taasisuun daandii gaggeeffamu irraa fayyadamaa akka ta’u taasisuu fi amantaa uummataa gabisaa adeemuun hojii xiyyeefatamee hojjetamu ta’a. Kanaafuu, hojiin waajjiricha keessatti raawwatamu hunda bu’aa fi itti fayyadamummaa uummatichaan wal bira qabamee madaalamaa adeemuun itti quufinsi fi amantaan isaa madaalamaa akka deemuu fi akka mirkanaa’u gochuun dhimma murteessaa dha.
Dostları ilə paylaş: |
|
|