Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Uummata miira abbummaan daandii simate Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə97/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   93   94   95   96   97   98   99   100   ...   156
Bu’aa: Uummata miira abbummaan daandii simate

Milkaa’ina: Amantaa uummataa dabale

  1. Itti quufinsa maamiltootaa guddisuu

Ibsa: Ummanni tajaajila isaaf kennamu irratti gammachuu akka horatu taasisuudhaaf hirmaannaa sochiilee gama misoomaa daandii keessatti shoora ol’aanaa akka taphatu gochuun barbaachisaa dha. Kun immoo kan milkaa’uu danda’u kenna tajaajilaa fedhii uummata giddu galeessa kan godhate ta’uu isaa manni hojiichaa beekee tajaajilaa fooyya’aa, qulquliina qabuu fi bu’aa bahii malee dhiyeenyaa fi bakka tokkotti akka argatu taasisuuf sirna diriire bu’a qabeessummaan hojii irra ooluu isaa hordofuu fi gamaaggamuun irratti hojjachuudhaan ta’a.

Akkasumas, qabeenya daandii irratti uummannii tajaajila wal irra hincinne fi bifa wal qixa ta’een akka argatuuf haala qorannoo irratti hundaa’een rakkina uummataa hiikee sadarkaa hundaattii misoomaa, hordoffii fi to’annoo daandii irratti hirmaataa taasisuun barbaarchisaa dha. Dabalataanis, qixa sirrii ta’een Abbooti qabeenyaa, uummataa fi qoodafudhattoota misoomaa fi bulchiinsa qabeenya daandii babal’isuu keessatti qooda qabani haala mijeessuu fi deggarsa barbaarchiisaa taasisuun fayyadamtoota ta’uudhaan hirmaannaa isaanii cimsuu fi kanaanis itti quufinsa isaa dabaluun murteessaa dha.




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   93   94   95   96   97   98   99   100   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin