|
Bu’aa: Uummata daandii irraa fayyadamaa ta’e
Milkaa’ina
|
səhifə | 99/156 | tarix | 02.01.2022 | ölçüsü | 4,87 Mb. | | #33263 |
| Bu’aa: Uummata daandii irraa fayyadamaa ta’e
Milkaa’ina: Jiruu fi jireenya uummataa fooyya’e
-
Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa itti fayyadama baajata dabaluu
Ibsa: Karoora mana hojii tokko galmaan gahuu keessatti gaheen baajatni qabu murteessaa waan ta’eef sirna itti fayyadama baajataa keenyaa guddisuun baajata muraasa qabnuun hojii bu’a qabeessaa fi fedhii hawaasaa guutuu danda’u raawwachuu qabna.
Kana dhugoomsuufis, karoorri hojii qophaa’u hojiiwwan ijoo ta’an wal duraa duubaan kaa’uun baajata murtaa’aa jirutti fayyadamuun bu’aa olaanaa argamsiisuuf baajata ramadamu akkaataa seera faayinaansii eeggateen hojii ramadame qofaaf oolchuun barbaachisa dha
R
Dostları ilə paylaş: |
|
|